KANA_BEEKTUU_LAATA ?
:- Amala nama jijjiruu isaa.
~Fira nama dhabsiisuu isaa
~Sammuu jeequu isaa
~Qabeenya barbadeessuu isaa
~Badiif nama saaxiluu isaa
~Du’aaf nama kennuu isaa
:- walirraa nama fageessuu isaa
~Qofa galeessa nama taasisuu isaa
~Walitti dhufeenya booressuu isaa
~Dogongoraaf karaa banuu isaa
~Firiin isaas gaabbii ta’uu isaa!!
:- Amala nama jijjiiruu isaa
~Waan hin qabne si barsiisuu isaa
~Abdii si kutachiisuu isaa
~Obsa si fixachiisuu isaa
~Biyyarraa siin baduu isaa!!
:- Taajjabbii irra si hambisa
~Hamtuu irraa nama eega
~Of-eeggannoo namaaf labsa
~Amala qabeessa nama taasisa
~Gara laafummaa nama barsiisa
~Sammuu nama ballisa
~Madaaluuf nama gargaara
~Olaantummaa nama gonfachiisa!!
《KANAAFUU OBSAA QABAADHU.》
:- Gammachuu namaa laata
~Waan gaarii nama yaachisa
~Jireenya hawaasummaa cimsa
~Kaayyoo fiixaan baasa
~Galma qaqqabsiisa
~Bilisummaa yaadaa laata
《KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYATI.》
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
Great Oromia
This my official page
Maashaa allaah
Suutuma suuta Nagaa taatu jimmaan buutaa shufeeri....!
30/05/2026
Arsenal kubbaa taphachuuf osoo hin taane David Raya eeguuf waan bobba’an bifa fakkaatuun seenaa jalqabaa Champions Legue irratti raawwachuuf Defender 11 ta’anii seenanillee Gabriel Magalhães hojii kiyyatti galtan jechuun kubbaa gara biyya isaa Brazilitti dhiituun milishaa biyya keenyaaf hirriba nagayaa,qilleensa addunyaaf hafuura nagayaa fi tasgabbii raabsuun goolabee jira. Hirriba nagayaa 🥳 🛌
17/05/2026
Haadha manaa fi abbaa manaatu dabareedhaan dhiqatu turan. Guyyaa tokko haati manaa dursitee dhiqattee abbaan warraa ishee dabaree isaa dhiqachuuf seene. Gidduudhaan ulaan rukutamnaan haati manaa dalga marxifattee ulaa banuuf deemte. Yeroo isheen bantu miiltoo hojii abbaa warraa isheeti. "Abbaa manaa kee barbaadeen ture" jedheen.
"Qaama dhiqachaa jira" yeroo isheen jettuun, akka nama ofirra deebi'ee deemuuf jedhuu achi deemee of duuba gara galee, "Harma kee natti agarsiisi qarshii 100n sif kennaa" jedhee gaafate. Isheenis xiqqoo akka yaaduu taatee, "Ilaaluu qofaa?" Jetteen. "Eeyyeen" jedhee deebisaaf. Adda bantee itti agarsiiste. Qarshii 100 kenneefii ammas akka nama gara dhufetti adeemuuf yaadee fuula naanneffatee of duuba deebi'ee, "Yoo harma kee na tuqsiiste qarshii 200 siifan kenna" jedheen. Isheenis qarshii 200tti garaa jabaachuu waan dadhabdeef xiqqoo yaaddee, "Tuquu qofaa?" Jetteen. "eeyyeen tuquu qofa" jennaan, ammas huccuu irraa saaqxee xuqsiiste. Xiqqoo susukkuumee qarshii 200 kenneefii ulaa banatee gara dhufetti deebi'e. Isheenis "ergaan kee maal ture?" Jennaan, "Hiriyaan kee dhufee ture qofa jedhii itti himi" jedhee deeme. Abbaan manaa ishees dhiqatee yeroo ba'u, "eenyu ture kan ulaa rukute?" Jennaan, "Hiriyaa bakka hojii keetiiti. " jetteen. Abbaan manaas xiqqoo seeqqatee "meerreree amma?" Jedhee gaafate. " Qaama dhiqachaa jira jennaan deebi'ee deeme" jetteen. Abbaan manaas nyaara walitti guduunfee," Qarshii 300 sitti kenneeraa?" Jedhee gaafate. Haati manaas baay'ee rifattee "Eeyyeen akkamitti barte garuu?" Jettee gaafatte.
"Lakki... Waajjira yeroo jirru Dhimma ariifachiisaafan barbaade jedhee narraa liqeeffatee ture " jedheen.
maxxansa mimmiidhagoo akkasii argachuuf Raaziya Abdofollow taasisaa🙏🙏🙏
05/05/2026
Siidaan Artiisti Haacaaluu Hundeessaa magaalaa Finfinnee Paarkii Afrikaa keessatti ijaarame eebbifame.
11/04/2026
Siluma rabbiin dadhabina isaanii ilaalee akkas godhe!
Hojiin rabbii Akkana laal Adunyaa tanarratti miidhaa osoo hin taane miidhamaa ta'uun gaariidha maaliif yoo jette miidhama kee san inni beeku lafatti sin dhiisu!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Website
Address
Ethiopia
Thika
1000