Dawud Bundi

Dawud Bundi

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dawud Bundi, Sport & recreation, Kofele, Shashemene.

10/12/2023

"Beekaa jedhamuuf barumsa keessa darbuu osoo hin taane baruumsi si keessa darbuu qaba."

06/10/2023

Hibbo

Gaafii hirmaachisaa.

Fardaa miti ba'aa baata, Sangaa miti gaafa qaba,hin baranne ni barreessa.

Deebisaa isaa barreessaa ____?

11/09/2023
06/07/2023

Dhala Nama Waa Sadiin Moo'atuu
• Osoo beektuu akka nama hin beekne yoo obsite
• Osoo argittuu akka nama hin arginee yoo bira kuttee
• Osoo dhageessuu olola nama akka waan hin dhagenyee yoo tuffatee bira kuttee

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Shashemene?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Kofele
Shashemene