Bara Haaraa
Ilaalcha Joobiraa Qabaachuu
(Kanin dubbise irraa)
Bara haaraa dhufaa jiru kanatti akka isin ilaalcha Joobiraa horrattanin isiniif hawwa. Ilaalchi Joobiraa maal-fakkaata warra jettaniif:-
1faa: Qophaa isaa samii keessa ol-fagaatee balali’a
• Simbirroota biroofi xixiqqoo waliin hinbalali’u,
• Joobirri joobira waliin balali’a
Kanarraa maal barattaa?
• Namoota ilaalcha dhiphaafi gad-aanaa qaban irraa fagaadhu, Kaayyookee guddaarraa gad-sibuusuuti.
• Namoonni har’a naannoo kee jiran, eenyummaakee boori waan bocaniif, hidhata toli,
• Namoota ilaalcha gaarii qaban waliin maxxana godhadhu, dhaabbii toli.
2ffaa: Mul’ata qaba
• Waan barbaade/adamsu fageenya 5km keessatti arguu danda’a,
• Hamma waan qabachuu barbaade biraan ga’utti ija isaa irraa hinbuqqifatu
Kanarraa maal barattaa?
• Mul’ata qabaadhu, Hammam qorumsa qabaatuyyu isarraa ijakee hinbuqifatiin,
• Harka hinlaatiin, ni injifatta.
3ffaa: Hinsodaatu
• Joobirri guddinaafi ulfaatina bineensa adamsuuf harka hinlaatu
• Hanga nyaata godhatutti falmata, harka hinlaatu
Kanarraa maal barannaa
• Hamma fedhe rakkoon kee guddaafi ulfaataa ta’uyyu, rakkoo sodaatte irraa hindheessiin, harka hinlaatiin, itti adeemi
• Abjuu sodaatanii irriba hindhiisan
4ffaa: Cimuu/ being tenacious
• Joobirri yeroo qilleensi cimaafi hurriin uumamu ittiin bu’aara,
• Dumessaafi qilleensa cimaa olitti koochoo isaa diriirsee balali’a,
• Simbiroonni kaan dammeefi baala mukaa jalatti of-dhoksu,
Kanarraa maal barannaa
• Namoonni ilaalcha mo’ataa qaban rakkoo hinsodaatan,
• Rakkoo akka carratti fayyadamuun waanta fooyya’aa ta’e uumuu
• Isa nyaatu keessaa nyaata baafatu akkuma Saamson
5ffaa: Waan du’aa hinnyaatu
• Joobirri waan ofii ajjeese malee du’aa hinsooratu
Kanarraa maal barannaa?
• Injifannoo/fiixaan ba’umsa kee yeroo darbee irratti hinxiyyeeffatiin,
• Mo’umsa/fiixaan ba’umsa haaraaf qophaa’i
• Seenaa darbe odeessuu keessaa ba’ii waan caalu hojjedhu,
• Daangaa injifannoo kee baballifadhu
6ffaa: Waan haaraa Shaakaluuf qophaa’i
• Joobirri mana isaa irraa waanta lallaafaafi mijaataa ta’an kan akka margaafi koochoo nidhabamsiisa,
• Cuucoliin isaa balali’uu akka shaakalaniif, mana isaa keessa qoraattii naqa, mucooliinis waan isaan waraanuuf mana dhiisanii balali’uu jalqabu
Kanarraa maal barannaa?
• Jireenya kee keessatti jijjiirama arguuf, haala mijataa keessaa ba’uun waanta haaraa guddinaaf ta’u shaakaluu qabda(beela’uu, daaruu, dheebochuu, irriba dhabuu)
7ffaa: Of-haaressuu
• Joobirri yeroo dulloomu, koochoon isaa nidadhaba, gara fedhetti isaa fuudhee hindeemu, waan barbaade ari’ee/adamsee qabachuu isa dhorka, du’aaf isa saaxila
• Kanaaf, gara tulluutti fagaatee deemuun, koochoo, qeensaafi biikkii(beak) dhagaatti rurukkutee ofirraa cira.
• Adeemsa kanaan dhagni isaa baay’ee dhiiga, dhukkubbii cimaa qaba,
• Erga ofirraa waanta dulloome yaasee booda, hanga bakkatti isaaf deebi’utti mana isaa keessa tura
• Isa booda, erga koochoo haaraa, qeensaafi biikkii haaraa biqilchaatee booda gara jiruufi jireenya isaatti haara’ee deebi’a
Kanarraa maal-barannaa
• Hammam ulfaatuyyu, Amaloota keenya dulloomoofi rakkisoo ta’an ofirraa ciruu qabna,
• Ilaalcha/dubbii jireenya keenyaaf faayidaa hinqabne irraa fagaachuu qabna,
• Namoota/hiriyyoota jireenya keenyaaf miidhaa malee faayidaa hinqabne irraa fagaachuu qabna.
Waan yeroo fudhattanii dubbiftaniif galatoomaa. Yoo kan fayyadu ta’ee argitan hiriyyoota keessaniif qoodaa.
Dhaloota Haaraa Kristoosiif
Fuula kana kanin bane kaayyoo tokkoofidha Innis dhaloonni naannoo kiiramuurraa baratee iddoo garaagaraa jiru waliin mari'ate akka waa gumaachuufidha.
Akkuma beekamu, Aanaan Kiiramuu dhaloota baratanii iddoo garaa garaa keessa hojjetaa jiran qabdi. Kanaaf, humni baratee iddoo garaa garaa keessa jiru naannoo isaa yaadatee gumaacha irraa eegamu gumaachuun akka namaattis akka waaqaattis gaarii waan ta'eef, karaa wal-tajjii marii ani DHALOOTA HAARAA KRISTOOSIIF jedhee bane kanaan yaada qabdan mari'achuu dandeessan mijeessuufidha. Hundumti keenya gam
31/01/2019
Kottaa waan keenya waliin eebbifannaati
EEBBA INISTIITIYUUTII AARTII OROMIYAA!
Akka biyyattiitti isa jalqabaa kan tahe Inistiitiyuutiin Aartii Oromiyaa, sirna ho'aa fi adda taheen Amajjii 25 fi 26 2011 eebbifamuuf haaldureen marti xumuramaniiru!!
Aartistoonni, keessummoonni kabajaa fi jaallattoonni Aartii argamanitti haala ajaa'ibaan eebbifama!!
Barri bara xiiqiiti koottaa waan keenya waliin eebbifanna!!
Waa'ee FB maal jettaniree?
Tokkummaa keenya kana nidiigamoo faayidaa qabaa?
Odeeffannoo karaa FB argannu akkamiin utuu fayyadamnee wayyaa?
03/02/2018
Qorattootni Jarman mataa Goliyaad argatan. Dhakaan Daawwit mataa isaa keessa baase waliin jira. Rukkuttaan Waaqayyoo bara baraan irraa hinkaane. Saamu'eel isa duraa 17: 48-51. Daawwit erga dhakaadhaan mataa isaa keessa dha'ee kuffiisee booda itti fiigee morma isaa irraa kute.
Dhimmi biyyaafi qomoo keenyaa nu ilaallata!
Utuma biyya bulchanii mootummaa Waaqayyoo eeggachuun akka danda'amu macaafni qulqulluun nimirkaneessa.
Nama maqaan isaa Yoseef jedhamu biyya Yihuudaa mandara Armaatiyaa keessa kan jiraatu geggeessaa biyyaa(warra biyya seerratan) ture. Namni kun nama gaariidhaafi qajeelaadha. Geggeessaa biyyaa haa ta'uyyu malee akka geggeessitoota biroo maqaa gadheedhaan hinbeekamu. Yaadni isaafi hojiin isaa akka geggeessitoota biroo manca'aa miti. Namni kun geggeessitoota jiran waliin biyya haa bulchu malee nama maqaa gadhee qabu miti. Nama biyyaaf hojjetudha. Mucaa biyyaati. Saamicha biyyaa irratti kan bobba'e, biyya kan jigsuuf hidhatee ba'e miti. Nama Waaqayyoon sodaatu, cubbuuttis kan fagaatedha. Geeggeessaa qullaa nama dhaabu, nama ajjeesu utuu hintaane, geggeessa qullaa namaatti uffata uffisu, hamilee namaaf kennudha. Yeroo hiriyyoonni isaa nama ajjeessan inni immoo kan garaan isaa gadduuf ejjennoo fudhatudha.
Har'as kan nama baasu aangoo baqachuu utuu hintaane, hojii jal'inaa baqachuutu gaariidha. Taappellaa sobaafi saamichaa ofirraa baasanii, dhugaa, jaalala, tokkummaa,nagaafi misooma duukaa deemuun gaariidha. Wangeela Luqaas 23: 50-51.
Haala kam keessattu, eenyummaan Yesuus Kristoos MO'AADHA!
21/12/2017
Gatiin Kristoos Yesuusiin lallabuun nama kaffalsiisu keessaa kuni tokko.
Burned alive in Nepal for preaching the Gospel!?
I saw this image going around with the title:
"Burned alive in Nepal for preaching the Gospel!”Shared by many humble Christians on face book but finally i found it on a daily mail by a title"Burned alive for being a thief” and on fb investigations site. "This image appeared on Daily mail on 12 October 2006:.
This man, Mario Quishpe, had been caught stealing and local villagers set fire to his legs after stripping him at Pelileo Grande, Ecuador. Later a priest with other locals took him to the hospital where his burns were treated. So this is the story of 'Burned alive for being a thief!' and not 'Burned alive in Nepal for preaching the Gospel!' That is not true! This cannot be true for a better reason! There is a priest himself present in the image!" fb investigations. So the claim 'burned alive for preaching the gospel' is a practical joke! We need to be honest, No genuine evidence of this incident occurred. I'm sure this picture is fake to terrorize our missionaries. Please keep sharing as much as possible
Read more: http://www.dailymail.co.uk/news/article-410133/Burned-alive-thief.html
YESUUS KRISTOOS EENYUU?
Yesuus Krisitoos dhugumaan Waaqayyo akka ta'e naaf mirkanneessi jedhee utuu namni isin gaafatee akkamitti mirkaneessituuf? Amantaa tokko tokko keessatti Waaqummaa Yesuus Kristoos kana kan haalan nijiru. Inni Waaqayyo(uumaa) utuu hintaane, raajiidha jedhu. Akkuma raajota warra Macaafa qulqulluu keessatti maqaan isaanii dhahamee darbeeti kan jedhan nijiru. Kanaaf, yaada akkasii kanaan akkam jettuu?
Mee yaada qabdan macaafa qulqulluu irratti hundaa'uun waliif qoodaa? Waan waliif qooduuf fedhii godhattaniif baay'ee galatoomaa!
Christian Ministry
What is ministry? The purpose of ministry is (1) to bring people to saving faith in Christ and then assist them to grow in Christ-likeness; and (2) to bring every believer into a vital, authentic relationship with God through the grace of Christ and the power of the Holy Spirit, such that every believer glorifies God in thought, word, and deed both in the church and in the world with the ultimate goal of presenting every one complete in Christ (Col. 1:28).
The purpose of ministry is not to “do” church. As Glenn Wagner points out, “The essence of the church must be more than just doing. The church must draw its essence from God and his righteousness and holiness. It must take shape based on his worth as Creator. It must reflect his glory as God, and when it meets and ministers, it ought to express back to God the glory due his name. There must be more to church than simple psychological encouragements, tips for improving interpersonal relationships, and helpful religious seminars.”4
Ministry is not about ritual or routine religion but a living relationship with God. It is not about numerical growth but spiritual growth. It is not about programs but about people - people who are wholly focused on God, powerfully filled with the Spirit, and happily united in a community of grace; people who vibrantly exalt Christ, openly perform works of faith, accurately teach the truth, boldly proclaim the gospel in word and deed, and authentically depend upon prayer. Soli Deo Gloria.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Waknijiram6@gmail. Com
Nek'emte
395,NEKEMTE