Oromia Football Federation

Oromia Football Federation

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromia Football Federation, Sport & recreation, Nekemte, Nek'emte.

08/07/2023
26/06/2023

Modiric 37 years old

24/06/2023

Dhimma Diklyaan Rees
👉Maanchister Siitiin taphaticha iratti fedhii qabu Westham waliinis dubbii eegalanii jiru garuu ifaan hangga amma gaafii hin dhiheesine.

👉Taphatichi gara Arsenaal imaluu barbaada.

👉Westhaam Arsenaal gaafii sadaffaa akka dhiheessuu eegaa jiru.

24/06/2023

✅Gootichi kubbaa miilaa erga gara adunyaa kana dhufe kunoo waggoonni 36 lakkaawamaniiru🐐

🇦🇷Taphoota 1050
⚽️Goolii 813
🎯Kubbaa goolii ta'an 395
🏅Baloondoorii 7
🏆Geeba 43

17/06/2023

✅Ispoonsara Vaaleensiyaa kan ta'e CAZOOn waligaltee kilabichaa waliin qabu adda kuteera. Akka sababaatti kan kaasaan taatee deegartoota fi Venishees Juuneer gidduutt ka’een ta'u ibsaniiru.

16/06/2023

📱Romelu Lukaakuu kilabni biyya Saudi Arabiyaatti dhiyaate!!

Kilabii Xaaliyaanii Intar Miilaanitti kan makame Roomeeluu Lukaakuu kilabii Sa'udii Al Hilaal waggaatti hanga paawundii miiliyoona 20tti tilmaamamu dhiyeessee jira. Isaan alatti taphattoota Cheelsii Hakim Ziyech, Pierre-Emerick Aubameyang fi taphataa Maanchistar Siitii Riyad Mahrez taphattoota ija kilaboota Sa'udii Arabiyaa keessa seenanidha.

16/06/2023

Dagaggoota hojii barbaadota hundaaf
=====//======
akka naannoo Oromiyaatti ji'a caamsaa darbe irraa kaassee hanga ji'a fulbaanaatti carra hojii barbaaddota kuma 800 hojii keessa galchuuf akka naannoo Oromiyaatti karoorfame koreen sektera adda addaa (Biiroo Ragaggoo fi Ispoorti, Biiroo Carra Hojii Uumuu fo Ogummaa Oromiyaa, Biiroo Dubartootaa fi Daa'imani Oromiyaaa, Jaarmiyaa Dagaggoo fi Dubartoota)irraa walitti dhufe hundeeffamuun hojii keessa galame jira. Lakkoofsa kana keessa 90% dargaggoota dha. Kanaafuu dargaggoonni bakka jirtanutti Waajjira Carraa Uumuu, Waajjira Dagaggoo fi Ispoortii Jaarmiyaa Dargaggootaa dubbisuun carraa hojii kanaanti fayyadama. Karoorri ka'umsaas namoota hojii dhabdummaan kanaan dura galmooftan ka'umsa godhachuun dargagoota kuma 800 irratti hunda'ee qoph'ee jira. Dagaggoonni odeeffannoo kan bu'uura godhachuun caasaa saadrkaa Gandaa fi Aanaa dubbisuun fayyadamoo ta'aa.

Photos from Oromia Football Federation's post 15/06/2023
12/06/2023

Manchisteer city yeroo jalqabaafi champion ta,ee

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Nek'emte?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Nekemte
Nek'emte