31/03/2026
Jireenya biyya lafaa kana irratti dandeettii kee fi dhamaatii kee caalaa,yeroo fi bakki dhaloota kee murteessaadha!!
Dandeettiin keetiif dhamaatiin kee bakka hawwii keetiin si gahuuf yaalii ni taasisa, ta'us ati milkaa'ina kee isa dhumaarra gahuuf CARRAA wanti jedhamus si duukaa jiraachuu qaba!!
CARRAA'n kun immoo bakka dhaloota keetiifi yeroo dhaloota keetii akka gaariitti siif murteessa!!
Akkuma "abbaa gaarii dhalachuurra,carraa gaarii dhalachuu wayya" jedhamu....jireenya biyya lafaa kana irratti carraa'n jireenya kee guutummaa guutuutti ni jijjjiira!!
Kana wanti'n kaaseef waa'ee Rodri kana ilaaleeenu!!
Rodri'n taphataa sarara gidduu cimaa fi dandeettii qabu ta'uu ni beekna!!
Akkasuma yeroo gaarii gara kubbaa miillaatti dhufee gahumsa gaarii agarsiisuunsaa akka milkaa'inni isaa firii gaarii godhatu isa gochuun milkaa'ina isa dhumaa kan jedhamu injifataa ballon d'or isa taasiseera!!
Haa ta'uyyuu malee taphattoonni seenaa kubbaa miillaa keessatti jijjiirama fidan,akkasuma kubbaan miillaa haala kanaan kunuunfamtee akka dhaloota ammaa kana bira geessuuf taphattoonni gahee olaanaa taphataa turan, milkaa'ina Rodri'n argate kana argachuun jaraaf malu ture kanneen akka andres iniesta,sargio busqet,toni krooss, Patrick viera,..fi kkf utuu hin argatin hafan!
Kunimmoo dandeettiin jaraa injifannoo ballon d'or iif gahaa ta'uu baatee osoo hin taane,namoota lama addunyaa kubbaa miillaa dhuunfatanii turaniin dhidhimfamaniiti!!...innis jaarraa Ronald fi Messi keessa dhalachuu jaraati!!
Messi fi Ronaldo'n waggoottan 16'f addunyaa kubbaa miillaa dhuunfachuun kan jaraa qofa godhatanii turani!!...yeroo sanatti eenyuyyuu osoo jiraatee homaa gochuu hin danda'u!!
Ammatti dhaloonni sirna gita bittaa Ronaldo fi Messi jalaa waan baheef, mirga ofii ofiin murteeffachuuf carraa argatee jira!!....
Kan isiniif qopheesse an ...... Kabiru ..... Add ergachuun maatii haa taanu๐ฅฐ๐ฅฐ
20/11/2025
Deeggartoonni messi tasgabba'aa mee
Deeggartoonni Ronaldo tasgabba'aa mee
Isin fayyuma asitti wal fixxu,jarri garuu lolli jarraa gaafa dirree keessatti morkiif walitti dhufan qofaadha!
Sanaan ala jarri lamaanuu amala professional'umma perfect ta'e qabu!
Jaalalli fi wal kabajni jarri waliif qaban akka deeggartoonni jara lamaanii itti hubatanii fi itti yaadan miti!
Fknyf deeggartoonni akki isin itti yaaddan,"qofaatti dukkana wayii keessatti wal arganii abbaan durse waan miidhu ykn ajjee*u" isinitti fakkaata๐
Garuu dubbiin akkas miti!
Dhugaadha jarri saatii kanatti gama kubbaa miillaatiin waggaa 20 olii hanga sadarkaa har'aatti morkii. Ajaa'ibaa agarsiisaa jiru!
Ta'us kuni morkii spoortii akka ta'e jarri sirriitti beeku!
Spoortiin jaalalaaf kabaja nama barsiisa malee miidhaaf jibbaa namaa hin barsiisu!
Messi's ta'e Ronaldo dandeettii fi ogummaa kubbaa miillaa biratti namoota barnoota gaarii qaban akkasuma amala gaarii qaban,dandeettiin jarri waa hubachuuf qaban olaanaa waan ta'eef akka deeggartoonni itti yaaddan miti!!
Kanaafuu deeggartoonni messaldo(messi & Ronaldo) tasgabbooftanii waan dubbachuu feetan ragaa qabatamaa waliin utuu dubbattanii gaariidhan jedha!
Galatoomaa maatiin JIQ๐
Odeeffannoo garaa garaa argachuuf OdOduu spoortii Follow gochuun maatii haa taanu!
Yeroo dhiyoo keessatti gama kubbaa miillaan qophii babbareedoo qanadhee dhufaan jira!
12/10/2025
Tilmaamaa Badhaafamaa
Birrii 1000 Badhaafamaa
Ethiopia V's Burkina Faso
Namoota ulaagaa guutan nibadhaafna
1. Yeroo tokko qofa tilmaamuu
2. Galgala sa'aatii 3:30 booda tilmaamuun hin danda'amu
3. gochuun dirqama
Carraa gaarii
Gareen biyyaalessaa Itiyoophiyaa har'a tapha xumuraa waancaa addunyaatiif Burkina Faasoo waliin ni taphata.
Taphichi istaadiyeemii "4 Out Ouagadougou" Burkina Faso keessatti sa'aatii 4:00 PM irraa eegalee ni gaggeeffama.
Itiyoophiyaan ijoollee magariisa, gaggabaaboo keelloo fi shamizii diimaa, Burkina Faasoo ammoo ijoollee adii hunda uffattu.
Tapha kana kallattiin DSTV chaanaalii 228 irratti ilaaluun ni danda'ama.
26/12/2024
Who is the best
Saka ๐ค
Lamine โฅ๏ธ
Palmer ๐ฒ
Vini ๐ก
๐ช๐ซถโค๏ธ๐
.
Unknown Facts About
1. Founding and History: BMW, Bayerische Motoren Werke AG, was founded in 1916 in Munich, Germany, initially producing aircraft engines. The company transitioned to motorcycle production in the 1920s and eventually to automobiles in the 1930s.
2. Iconic Logo: The BMW logo, often referred to as the ""roundel,"" consists of a black ring intersecting with four quadrants of blue and white. It represents the company's origins in aviation, with the blue and white symbolizing a spinning propeller against a clear blue sky.
3. Innovation in Technology: BMW is renowned for its innovations in automotive technology. It introduced the world's first electric car, the BMW i3, in 2013, and has been a leader in developing advanced driving assistance systems (ADAS) and hybrid powertrains.
4. Performance and Motorsport Heritage: BMW has a strong heritage in motorsport, particularly in touring car and Formula 1 racing. The brand's M division produces high-performance variants of their regular models, known for their precision engineering and exhilarating driving dynamics.
5. Global Presence: BMW is a global automotive Company
6. Luxury and Design: BMW is synonymous with luxury and distinctive design, crafting vehicles that blend elegance with cutting-edge technology and comfort.
7. Sustainable Practices: BMW has committed to sustainability, incorporating eco-friendly materials and manufacturing processes into its vehicles, as well as advancing electric vehicle technology with models like the BMW i4 and iX.
8. Global Manufacturing: BMW operates numerous production facilities worldwide, including in Germany, the United States, China, and other countries, ensuring a global reach and localized production.
9. Brand Portfolio: In addition to its renowned BMW brand, the company also owns MINI and Rolls-Royce, catering to a diverse r
26/12/2024
ARSENAL champions league cup
๐ฅฐโค๏ธ pic of the day ๐น๐ฅฐ
โโโLโIโKโEโMโEโโโ Follow me ๐
โโโโโโฒโโโโฑโโ
โญโโโฎโญโโฎโ โญโโฎโญโโโฎ
โฐโฐโฐโโโญโฎโ โญโฎโโโฏโฏโฏ
โโโ โโโโโ
โโโโโ โ
โโโ โโโโฐโปโฏโโโโ โ
โโโ โฐโโโโMโEโโโโ๐
14/12/2024
Arsenal wancaa nyaateera Kabiru H Teferi baga gammadde ๐๐๐คฃ
28/11/2024
Mbappe fi ronaldo kamtu taphataa cimaadha??
Comment
11/11/2024
Ethiopia keessa deeggaraa kilaba kamiitu baayyata?
Sadarkaan comment godhaa?
Lakk..1 ARSENAL
Lakk..2 Liverpool
Lakk..3 man united
Lakk..4 man city
Lakk..5 chelsea
Lakkoofsa armaan olii filachuun kilaba deeggartan adda baasaa!
Page kan like share gochuun maatii ta'aa!
Oduu spoortii