Muktaar Mubarak Tube

Muktaar Mubarak Tube

Share

Teakwood of life Muktaar Mubarak Tube subscribe comments

Photos from Muktaar Mubarak Tube's post 08/03/2026

🌾Filannoon Keenya Olka'insa Biyya Keenyaatif🌾
➪An kaardii Filannoo koo Fudheera👌
Isin hoo Fudhattanii? Filannoo Marsaa 7ffaa biyyoolessaa gaggeeffamuuf karaa dijital ta'een App Mirchayetiin (ምርጫዬ) fayyadamee kaardii filannoo koo fudheera🌾
Sagaleen kee Ijaarsa Biyyaa keessatti qooda akka qabaatuuf' har'a; Kaardii Filannoo Marsaa 7ffaa Buufata fillannoo naannoo kee jiruutti galmaa'uun fudhachuu qabda

20/10/2025

✅Daqiiqaa 10 gidduutti hiriyyoota active 20 ol hiriyyoomfachuu barbaaddaa? komentii jalatti jedhii barreessi. nama komentiin isaa sitti tole godhi. Kan sigodheef deebisi.✅

20/10/2025

Koreen Ulamoota Majlisa Federaalaa fi Kan Majlisa Oromiyaa Mana Jireenyaa keessatti Awwaalamuun Muftii sirrii akka hin taane fatwaa kennaniiru.

13/10/2025

GUYYA ALAABAA BIYYAALESSAA 18FFAA

ALAABAA KEENYA WALIIGALTEE FI OLKA'IINSA BIYYAALESSAA

12/10/2025

Baga Gammaddaan hojii Online Business galmooftaanii guyyaatti Qarshii guddaa manumaa keessaan teessanii hojjechu dandeessuu. akkamiitti? Namoonni hojji online Business galmooftaanii hojjechuu barbaaddan karaa 0904700469 ykn 0936236304 nuu qunnamaa!

09/10/2025

Namoonni garagaraa gabateen armaan gadii kuni (AAA) bakka bu'a jedhanee caraanaa jiru. Kuni dogongora guddaadha. Akka odeeffannoo warra biyya jiraatee gara biyyaatti deebi'anerraa argannetti yoo ta'e, gabateen kuni (AAA) kan jedhu ibsa.

Sanduuqaan alatti yoo yaaddu akkana!

Nageya!!

09/10/2025

Big shout out to my newest top fans! Adane John

06/10/2025

👉Halkan arraa kana,halkan Carraan bareedaan kessa siif bahu Rabbi haagodhu!

03/10/2025

Innaa lillaahi wa innaa ilayiihi raaji’uun 💔
Haleellaa fanxa*leyyiin faannoon makaana salaam masjida nuur irratti raawwateen imaama masjidaa dabalatee namoonni 5 salaata irratti wareeg*maniiru!

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Metu?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Address


Metu