31/10/2025
Quarter-final stage locked! Whoβs making the final four? ποΈπ₯
Kabbajjamttota full page kenyaa Jalattii Argamtaan pagen kun Isportiwwaan kaan Biyyaa kessaa fi Alla
31/10/2025
Quarter-final stage locked! Whoβs making the final four? ποΈπ₯
31/10/2025
Vinicius on Instagram! πΆπ§π·
31/10/2025
30/10/2025
Dhimma Magaalaa Dirree Dhawaa ilaalchisee haasawa Muummee ministira Dr Abiyyi Ahmad dubbatan ilaalchisee Aktivistoonni fi Manguddoonni Somaalee hedduun mufataniiru
Lami Media (Onk 30/2025), Muummeen ministiraa Dr Abiyyi Ahmad dhimma Magaalaa Dirree Dhawaa ilaalchisee haasawa Mana Marii bu'oota ummarratti dubbataniin Dirreen Dhawaa Magaalaa Oromiyaa akka taateefi heera mootummaatiin Magaalaa Federaalaa jedhamtee barreeffamaan wanti murtaaye kan hin jirre tahuu himee garuu waggoota dheeraaf Somaalee Oromoon akka obbolaatti waliin keessa jiraachaa turuu himan.
Haasawa Muummicha ministiraa hordofee Aktiivistoonni fi Manguddoonni Somaalee hedduun dubbii MM isaan mufachiisuu karaa Miidiyaalee garagaraatiin dubbachaati jiru.
Aktiivistiin Somaalee Obbo Adan Allaallee karaa Miidiyaa Somaalee tokkoon dubbii dubbateen Muummeen Ministiraa Dr Abiyyi waayee Dirree Dhawaa ilaalchisee yeroo 3'ssaaf dogoggoruu isaaniiti jechuudhaan,kun dogoggora jalqabaa Abiy miti. Imala jalqabaa gara Baahir Daaritti taasisaniin: 'Teessuma lafaatiin Dirree Dhawaan kan Oromiyaati' jedhe." Dirree Dhawaan yeroo hunda sirnoota Somaaliyaa duraaniitiin bulfamaa ture jechuudhaan Haasaan Dr Abiyyi dogoggora tahuu hime.
Dhimma Magaalaa Dirree Dhawaa Beektoota Somaalee biratti yeroo ammaa ajandaa tahuun ho'ifamaa jira.
30/10/2025
π¨π Injury Update at FC Barcelona:
Dani Olmo β Back in training
Lewandowski β Back in training
Joan GarcΓa β out for 1 week
Christensen β out for 2 weeks
Raphinha β out for 3 weeks
Pedri β out for 6 weeks
Ter Stegen β out for 7 weeks
Gavi β out for 4 months
[BarΓ§a Universal]
30/10/2025
π¨ ππ₯πππππ‘π: Chelsea are planning to replace manager Enzo Maresca with Bournemouth boss Andoni Iraola.
(Source: )