Hoortte koo

Hoortte koo

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hoortte koo, Public swimming pool, Oro, Mechara.

18/03/2024

Share waliif godha oromo
Walloo mootummaa naannoo Amaaraatiin sababa Oromummaa fi Amantaasaa lolamaa jira. Oromoon Oromummaa himatu hundii fi musliimonni amantaan tokko ta’an hundi yoo xiqqaate rakkoo itti jiran quba qabaachuun irra hin turree?

Waanti nama gaddisiisu lola keessatti illee miidhamanii yaalamuuf hospitaala hin qabani💔Baraan eegdota ulaa fi daangaa Oromiyaa ta’uun wareegamu, sanuu karaa Kaabaa. Deggersa homaatuu dhabuun isaanii nama hin gubuu birmadha yaa saba oromoo✌️🙏👇

15/07/2023
Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Mechara?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Oro
Mechara