Dhangaa Ispoortii

Dhangaa Ispoortii

Share

Ispoortiin Fayyaa sammuuti!

20/09/2025

Tilmaama keessan kennaa!

Photos from Dhangaa Ispoortii's post 26/02/2025

Liivarpuul 2-0 Niwukaastil
⚽️Zobozlaay 11'
⚽️Maakalester 63'

Photos from Dhangaa Ispoortii's post 22/02/2025

Full-Time

12/01/2025

Tapha eegamaa torbee kana kan tahe tapha xumuraa waancaa Suupper kaaappii Ispeen Riyaal Maadriid fi Baarseloonaa gidduutti taasifamu eenyuutu ol aantummaan xumuree abbaa geebaa taha jettanii yaaddu?💥

10/01/2025

✅maachiter unaaytid sochii kooloo muwaanii fudhachuuf taasisaa jiran cimsanii itti fufaa jiru.

fooddaa jijjiirraa kanaan taphataa sarara fuulduraa kana fudhachuuf wanta hunda akka taasisan yoo himaamu. yeroo amma angawoota yunaaytid fi PSG giddutti mariin taasifamaa akka jiru ibasameera.
Ispoortii

10/08/2024

Congratulations!

05/05/2024

●○ v .good

28/03/2024

Remadan Mubarek
'Gaafa Jarman mo'attu ilma Jarman, gaafa Jarman mo'amtu ammoo Tarkii jedhameen waamama'' Jedhe mesut ozil.

10/03/2024

Baga Geenye

Photos from Dhangaa Ispoortii's post 15/02/2024

Yeroo Baayyee... 🫶

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Kombolcha?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Harargee
Kombolcha