Jimmaa Abbaa Jifaar

Jimmaa Abbaa Jifaar

Share

Jimmaa Biyya Mootii
Abbaa madda Falaasama ida'amuu🇪🇹💚🇪🇹💚

17/03/2026

Oduu-Ammee

Iraan Yoo Qabxiileen Sadeen tun nuuf guutame malee Mariin hin jiraatu:

1. Qaamni hooggansa Keenya Ayatollah Alii Khameenii ajjeese fi barattoota daa'imman 170 ajjeese dabarfamee Iraaniif kennamuu

2. Waraanni USA naannicha guutumaa guututti gadi lakkisee bahuu!
3. Dhimma gabbisa Niiwkulara Iraan - qabaachuu fi dhiisuu keenya kan murteessu USA osoo hin taane, Iraan qofa. Kanarratti walii galuu.

Yoo kun hin guutamin lolli itti fufa!

Photos from Kallacha Oromiyaa's post 19/02/2026
Photos from Abiy Ahmed Ali's post 19/02/2026
19/02/2026

Halaabaatti muslimoonni kumaatamni Taraawiiha Salaatanii jiru!
!

Photos from AK Parti's post 18/02/2026
Photos from Jimmaa Abbaa Jifaar's post 18/02/2026

👉Oromiyaan Ifoomse‼️

Paartiin Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Manifestoo fi mallattoo filannoo isaa kan filannoo biyyoolessaa marsaa 7ffaa guyyaa har'aa ifoomse.

Nadoo/Bissii qamadii mallattoo, Idaa'amuu,tokkummaa fi gamtoomuu yoo ta'uu agarsiistuu humna walabummaa fi birmadummaa keenyati jedhan Itti Gaafatamaan Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaloo Tafarraa.

25/01/2026


_Lolaan_Waaqa
Somaalilaand Wal Gahii Addunyaa Switzerland Keessatti Geggeeffamaa jiru irratti Itoophiyaaf Deeggarsa Cimaa Taasiste.

Pireezidaantiin Somaalilaand Abdirahmaan Muhaammad Abdillaahi (Iroo) Michuun Kesnya Itoophiyaan Hulaa Galaanaa Argachuu Qabdi Jechuun Deeggarsa Gaaffii Hulaa Galaanaa Itoophiyaaf Qaban Ibsanii Jiru.

"We recognise Ethiopia’s need for access to the sea..." Jechuun Deeggarsa Itoophiyaaf Qaban Ifatti Miidiyaaf Ibsanii Jiru.

Keenya Lolaan Waaqa!

Hub: Gowwaan Tokko Tokko Somaalilaand Ofiifuu biyya hin Taane jedhee kan Wajjiin Falmuus hin Dhabamu.

Dhugaan Jirtu Garuu Somaalilaand Somaaliyaa Caalaa Biyya Jabduu Ta'uu fi Itoophiyaaf Ragaa Addunyaa irratti Bahuu Isheeti.👏

Kana 💊Liqimsaa Baandaa fi Yoo as jala Jiraattan. ??





25/01/2026

"Injifannoo Arganne Itichuun Qabsoo Uummata Keenyaa Sadarkaa Itti Aanutti Ceesisuuf Ciminaan nii Hojjenna."

Pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Jimma?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Jimma