05/04/2020
yaa rabbi dhukkuba koronaa(covid-19)irraa ati nu eegi
Nama jaallannuuf jecha of haa eeggannu
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dimtu Black Star, Sports League, Jimma.
05/04/2020
yaa rabbi dhukkuba koronaa(covid-19)irraa ati nu eegi
Nama jaallannuuf jecha of haa eeggannu
07/02/2020
Dimtu Black Star taphattoota ga'eessa malee taphattoota guddattoota hojjechiisa jira leenjisaa yeneen taphattota kanarratti waan hojjechaa jiruuf hamile naa kennaafii #π
Dimtu Black Star leenjii isaa haala ho'aa taeen itt fufee jira Kilabiin Diimtuu Black star Asandabo Permer Ligue iratti tapha toko moachuun tapha tokko qixxee ba'ee qabxii qoodachuun gara isattanutti darbuu isaa mirkaneeffatus tappha kilaba naaddaa wajjin qabu moatee qabxii isaa fooyyeffachuuf sirna ho'taeen leenjii itti fufee jira
01/12/2019
Kilabiin DIIMTUU BLACK STAR hardha magaalaa Asandaaboo kilaba Naaddaa ODAA DIIMAA Wajjin Taphachuun Qabxii sadi eegsifateera.
DBS 4:3 OD Qabxii isaa egsifateeta baga gammddan
DIMTU BLACK STAR like gochuudhaan maatii ta'aa
DIMTU BLACK STAR like α αα΅α¨α α€α°α°α₯ αͺαα αα α΅ααααα α¨ DIMTU BLACK STAR page αα
Dimtu Black Star Sports league
α₯α α΅ααααα α¨ DIMTU BLACK STAR page αα
Kilabii dimtu Black Star Tapha primer liigii Asandaaboo irratti qabu sirna ho'aa taeen leenjii isaa itti fufee jira taphatoonnis miira nii mo'annaatiin leenjii itti fufanii jiru . Dabalataanis pagen kun page dhugaadhaan Dimtu Black Stariif dhaabbate waan ta'eef like gochuudhaan maatii ta'aa