03/01/2023
Rida ahimad
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Rida ahimad, Public swimming pool, Jimma.
03/01/2023
Hiriyaa jaalatun Rabbii wolirra sin fageesin biyya jaalatura Rabbiin sin fageesin artistoni bayyeen Oromiyaa ittuu jaalatanu irra fagaatani Rabbiin wolirra nu hin fageesin
17/11/2022
Halkan juma'a kana salwaawaata baay'isa nabii muhaammad irratti
Barri hamaan dhaloota nyaate sin nyaatinin eebba
13/11/2022
Guyyaa tokko nuuf darba jene tuma rabbi Kenya abdana
06/11/2022
Oduu gaddaa
weellisaa Oromoo beekkamaa artisti Alii Birraa du'aan Addunyaa kanarraa boqote maatisaaf dinqisifatota isaa fi uummattoota oromo maraaf Rabbiin jajjabiina akeenuf
27/10/2022
OROMIAN NATIONAL FOOT BALL TEAM!!!
27/09/2022
Addunyaa kanarraa du'aan boqochuu Artist maadingoo Afawarqiin lubbuun isaa nagaan haa boqotuu
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Jimma