09/10/2023
Yeroo addunyaan sitti ulfaattee namoonni naannoo kee jiran hundinuu sitti gara jabaatan rabbiin akka sitti garaan jabaanne beeki yaadadhu, bakka ati hin eegne ykn hin beekne irra haada nageya bahiinsa siif erga yeruma hunda irkanno kee rabbuma qofa godhi.
06/10/2023
As wr wb akkam jirra jirtuu guyyaa arraantanaa sagantaa osoo sitaatee jettu qabannee dhufnee jirra sagantaa tana irratti dhimmaa ykn rakkoo teeysan irratti yaadaa isaaniif kan qoonnudha osoo akkana gootanii furmaanni ni argama waan ja'u isiniif dhiheessina kanaaf koottaa himarmaadhaa rakkina keessan furmaata argadhaa youtube keenya furtuu wood subscribe godhuun dhimma keessan himadhaa isiniin jenna Art Sabrina Jamal
19/07/2022
iccitii Qondaala mootummaa haga dhumaattii daawwadhaa
Haasawa Qondaala mootummaa fi Qaamanageenyaa /police
Tube