06/05/2025
Dambi Dollo University F.C
Welcome to Dambi Dollo University Football Club Official page
06/05/2025
02/05/2025
Gabatee Sadakaa Kilaboota Piriimeer Liigii Oromiyaa kan bara 2017
1. Dambi Doolloo :- Galchii qulqulluu 1 fi Qabxii 33'n
2.Yuuniversiitii Dambi Dollloo :- Galchii qulqulluu 11 fi Qabxii 32
3.Gullisoo :- Galchii qulqulluu 8 fi Qabxii 32
4. Leeqaa :- Galchii qulqulluu 2 fi Qabxii 32
5. Giincii :- Galchii qulqulluu 3 fi Qabxii 28
01/05/2025
Leencota DaDU
Galatoomaa!
01/05/2025
Kilabiin Kubbaa Miilaa Keenya Sadarkaa 2ffaan Goolabuun Piriimeer Liigii Oromiyaa 2017 Meedaaliyaa Meetii fi Waancaa Naamusa Gaarii dorgommichaa fudhate .
30/04/2025
Baga Gammaddan!
Kilabiin Kubbaa Miilaa Yuunivarsitii Dambii Dolloo Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaaf Darbe.
Kilabichi taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa 19 taasise keessatti hirmaannaa jabaa fi bareedaa taasisuun Qabxii 32 kuufachuun seenaa Yuuniversitichaa keessatti yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Kileboota Naannolee Itiyoophiyaaf darbuu isaa mirkaneeffatee jira.
Congratulations!
Dambi Dollo University Football Club has officially confirmed its qualification for the Ethiopian Regional Clubs Championship.
The University’s Football Club has achieved a historic milestone by qualifying for the Ethiopian Regional Clubs Championship, having total of 32 points from 19 matches in the Oromia Premier League.
30/04/2025
Tapha Yuunivarsitiin Dambi Dolloo Guyyaa Har'aa Muka Xuri 2fi0n Injifate irratti Miidhama Yeroo Dheeraa Booda Dirreetti Kan Deebi'e Habtaamuu Shariif Galchii 2 Lakkoofsisee Jira.
Gahumsaa Gaarii Tapha Kanarratti Muldhiseenis Man Of The Match Jedhamuun Badhaafamee Jira
30/04/2025
40'
Muka Turi 0-1 DaDU
Wednesday 22/08/2017E.C
Adama 🏟️
Full - Time
DaDU 1-2 Leka
27/04/2025
Goaaal DaDU
1-0
Iyasuuuu
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Dambi Dollo
Dembi Dolo
260