27/07/2023
PSG Rasmus Hojlund fudhachuuf yuuroo miliyoona 50 dhiyeesse ...man utd dursee €50M atlaantaf dhiyeessuun isaa ni yaadatama.
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oduu Ispoorii, Sport & recreation, Chiro, Asebe Teferi.
27/07/2023
PSG Rasmus Hojlund fudhachuuf yuuroo miliyoona 50 dhiyeesse ...man utd dursee €50M atlaantaf dhiyeessuun isaa ni yaadatama.
27/07/2023
David siilvaan kubbaa miilaatti nagaa dhaammate.
Mootarri sarara gidduu lammii ispeen Fi kilaba Manchester siitii duraanii David Siilvaan kubbaa miilaa taphachu irraa sooraama ba'uu isaa beeksiaee Jira
📍David Silva jireenya kubbaa miilaa isaa keessatti istaatiksii fi waancaa inni milkeeffate👇
🏟 Taphoota 869
⚽️ Goolii 156 galcheera
🅰 226 mijeessee kenneera
🏆 Waancaa 20
1x Waancaa Addunyaa 🏆
2x UEFA Euro Moo'ataa 🏆
4x Piriimiyerliigii Ingiliiz🏆
2x FA Cup injifate 🏆
2x Laaligaa Ispeen injifate 🏆
5x Carabao Cup injifate 🏆
3x komniitii shiildii 🏆