11/08/2026
Wallaggaa FC, Godina Qeellam Wallaggaa, Bulchiinsa Magaalaa Dambi Doolloo!⚽️🦅⛹️♂️
Leenjisaa: Roba A Dureso
Gada M Gari
Wallaga Football Club, Burqaa Taphattootaa
We believe every child deserves the chance to dream, grow, and rise on the pitch, in the classroom, and in life. We're everywhere in Oromia.
Through football, we are building champions of character, strengthening communities, and shaping the future of one young life at a time. Oromia is an independent, nonpartisan and nonprofit news company whose mission is to produce original and citizen-driven reporting on Oromia. Oromia gathers reliable news sources from inside Oromia. Follow us on our page for more reliable news sources
11/08/2026
Wallaggaa FC, Godina Qeellam Wallaggaa, Bulchiinsa Magaalaa Dambi Doolloo!⚽️🦅⛹️♂️
Leenjisaa: Roba A Dureso
Gada M Gari
Wallaga Football Club, Burqaa Taphattootaa
Wallaggaa FC 3-0 Sibuu FC⚽️❣️🤝
FT90+
Tapha ganna kana qopheessummaa Bulchiinsa Magaalaa Mandiitiin qophaa'e irratti gareen keenya hirmaachuun galchii 3-0'n olaantummaan injifachuu danda'eera!
Galchiiwwan hawwatoo lakkaa’aman sadeen daawwadhaa!.
Leenjisaa: Efrem Ebisa Keneni
Gada M Gari
Wallaga Football Club, Burqaa Taphattootaa!
11/08/2026
Wallaggaa FC, Saasiggaa Bulchiinsa Magaalaa Gaallootti argamu guyyaa har'aa tapha michoomaa Garee Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Gaalloo waliin taasiseen 5-4'n injifannoon goolabe!.Taphichaan taphataan sarara fuul-duraa Kilaba keenyaa Gaarummaa Tasfaa boqonnaan dura galchii sadii lakkoofsisuun Hatirikii hojjeteera.
Gareen Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Gaalloo Kilaba keenya injifachuuf taphattoota muuxannoo Liigii taphachuu qaban lama fidee fuul-duraa naqus, xiiqii fi gahumsa Ijoollee keenyaan hawwiin injifachuu isaa deeggartoota fuul-duraatti hibboo deebii hin qabne jalaa taate!
Wallaggaa FC-f Boqonnaa booda taphataan jijjiiramee gara dirreetti gale Obsaa Takiluu galchi lama lakkoofsisuun Kilabiin keenya injifannoon goolabuun dirree keessa burraaqan!.
Ispoortiin madda bashannaati!❣️🤝
Leenjistoota: Feyisa Tamene
Lelisa Hambisa
Gada M Gari
Wallaga Football Club, Burqaa Taphattootaa!
11/08/2026
Shambu, Stadium 🏟
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Shaambuu Obbo Nagaroo Baanee hawaasa isaanii waliin dirree Kubbaa Miillaatti argamuu marga dirree dhaaban!
Hogganaa egeree dhalootaafi waan dhalootaaf ta'u hojjetu akkasii waaqni nuuf haa baay'isu!👏
Toora miidiyaa hawaasaa FKO Obbo Firomsa Legesse irra!
11/08/2026
Wallaggaa FC, Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Mana Sibuu Magaalaa Mandiitti argamu guyyaa har'aa tapha Gannaa U-15 gadii Bulchiinsi Magaalichaa taasisaa jiruun, Kilabiin keenya tapha jalqabaa Garee Sibuu FC jedhamu waliin taasiseen, Ijoolleen Wallaggaa FC Efrem Ebisa jalatti leenji'aa jiran garee Sibuu FC caalmaa tapha fi galchii olaanaan daareessan!
Wallaggaa 3-0'n Sibuu injifate! Ispoortiin jaalala dagaagsuufi hariiroo Obbolummaa cimsa keessatti gahee olaanaa qaba!.
Leenjisaa: Efrem Ebisa Keneni
Gada M Gari
Wallaga Football Club, Ispoortiin Jaalala!...
11/08/2026
----------->Jabduu warra Leeqaa💥
Seenaaf Waaqumaa fi Simba Queens Tanzania⚽️⛹️♀️
11/08/2026
Wallaggaa FC, Godina Qeellam Wallaggaa Aanaa Hawwaa Galaan Magaalaa Gabaa Roobii!⚽️🦅
Leenjisaa: Gămö Ť Ôlîka
Gada M Gari
Wallaga Football Club Dibaabee Dhaloota Kumaatamaa!⚽️☂️
Gudatu Arjo 1-0 Munesa
Samuel M.
📍Batu Primary School Field
11/08/2026
--------->Ifa 2-1 Dilala⚽️❣️🤝
FT90+
Wallaggaa Bahaa, Aanaa Diggaa Bulchiinsi Magaalaa Ifa morkataa isaa injifateera! Injifannoo itti fufa!...⚽️⛹️♂️
📍Baatuu
11/08/2026
Innaangoo 2-1Xiichoo injifateera!❣️🤝
Shaampiyoonaa Kilaboota Oromiyaa irratti kan hirmaachaa jiru Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Innaangoo tapha guyyaa har'aa Magaalaa Xiichoo waliin taasise olaantummaan goolabe.
Innaangoo injifannoon itti fufa!💪
Gada M Gari
Wallaga Football Club
📍Baatuu