Oro Maanchestar Siitii

Oro Maanchestar Siitii

Share

Full barruun kun page Deeggartoota Maanchistar Siitiitti. We are the Citizen's πŸ’™[ The Sky Blue]

Photos from Oro Maanchestar Siitii's post 24/07/2026

✍️ Raajii jaallattoonni kubbaa miilaa, 'faranjii quuftee wal ariitu hordofan' hojjetan kana naaf ilaalaa!πŸ₯Ί

Deeggartoonni kilaba keessaniin boontan immoo taasisaa Addunyaa waliin gahaa!

- Torbeewwan muraasa dura ture waldaan keenya waldaan Deeggartoota Manchester City Itoophiyaa damee Finfinnee (Man City Addis) Leenjisaan Manchester City Pep Guardiola'n waggoota 10niif achi ture kilabichaan adda bahuusaa sababeeffatanii, maqaasaatiin qotuudhaaf kan karoorfame.

-Akka dhuunfaatti,Anis miseensota keessaa tokko waanin tureef,Hawaasa keenya bishaan dhugaatiirraa fagoo jiran kan tasumaa bishaan hin arganne akkan eeruu kennu kaninmariisifame ta'us; bakkeewwan kennaman keessaa bakki hanqina bishaan dhugaatii hamΒ°aadhaan rakkataa jiru fi bulchitoota naannoo sanaa wajjin sirreessuuf dursee haalli mijate Godina kambaataa,Aanaa Daamboyaa bakka jedhamu waan tureef,buusii deeggartoota Manchester City biyya keessaa fi alaa akkasumas hordoffii karaa bakka bu'ootasaa The Boss Feysel Kun Hus fi kilbni keenya Manchester City-n taasisaa tureen kunoo,harra qotamee xumuramee,eebbifamee Hawaasaaf banaa taasifameera.πŸ™πŸ₯Ί

==> Egaa,kubbaan miilaa kanaaf itti cichinee jaallanna, gaafa afaan guunnee,laphee dhiibnee"kubbaan miilaa waan hunda keenya" jennus sababoota akkanaatiifi.πŸ₯°

-Hiriyoonnikoo jaallattoonni Kubbaa miilaa keessumaa, Obboloonnikoo deeggartoonni Manchester City, Namoota "Faranjii quuftee wal ariitu deeggartaa?" jedhan sana biraan barreeffamakoo kana naaf gahaa!πŸ™
Jabir Zenu ttin πŸ™Œ

23/07/2026

''Maanchister Siitiin kilaboota guddaa addunyaa kanaa keessaa isa tokko.''

''Maanchisteer Siitiin yeroo akka nafudhatu beekuu jijjiiraan kun akka xummuramu heedduun feedhee ture.''

''Maanchisteer Siitiin geeboota injifachuufi sadarkaa olaanatti morkkachuuf kan ijaarameedha.''

Eeliyoot Andeersen

Photos from Oro Maanchestar Siitii's post 21/07/2026

Kan kee πŸ‘πŸ‘πŸ‘ jechuu malee

✍ waancaa xumuraa Champions Leagu irratti Goolii injifannoo Galchite
Taphata cimaa Dorgommi sana Taate
✍ Waancaa Kilaboota Adduunya irratti Taphataa cimaa dorgommii Taate
✍ Waancaa Nations Leagu irratti Taphata cimaa dorgommii Taate
✍ waancaa Awwuroppa Irraatti Taphata cimaa Dorgommi sana Taate

Garuu Warri dubbii bare Gahuumsa kee Osooma arguu Badhasni Ballandor isaf hin maluu jedhee
✍ Hinumaa Midhame Si mudateef Itti Gamaddu biraa Darbaani hanga Ballandor sana deebistee jettutti Kubbaa miilatti hindeebitu jedha turan 😎

Garuu Hammas Ati deemsa kee hin dhabne Waltajjii Taphataa Kamu irratti Biyyaa isaaf Taphachuu hawwuu irratti Gahuumsa kee Adduunya Tti agarsiifte 🀞
Waancaan Adduunya Eegalun duraa Tilmaamni nama baay'ee Taphatan cimaa waancaa Adduunya bara kana
Olise, Mbappe, Dembele, Bruno, Neves, Vitiniha, Bellingham, fi Kaneen biro tilmaama turee
Atimmo Biyyaa keef Seenaa dhaloonni bara baran walitti himu Hojjeette

Hamma Afaan Gunnee dubbanna Taphata sararaa cimaa Adduunya Yeroo Mara πŸ₯°

19/07/2026

Motoorri sarara gidduu Manchester City fi Dursaan taphattoota Spain Rodri'n,taphataa cimaa dorgommichaa jedhamuun badhaafameera.Eenyuu oliyyuu siif mala callisaakoo baga milkoofte.πŸ₯ΊπŸ₯°

Osoo bara darbe miidhamni sun sirakkisuu baattee,gahumsa waancaa Addunyaa kanarratti agarsiifteen waan sana ni lammeeffatta jedheen afaan guutee dubbadha ture 😌

15/07/2026

Sarara gidduu too'achuun tapha madaallii isaa eeggate uumuun taphoota Faransaay kan akka Dembele, Olise fi Mbappe, akka dadhaban godhe.

Badhaafamaan Badhaasa Ballond'or duraanii kun harra kubbaa %95 sirnaan dabarsuun, akkasumas dhiibbaa cimaa si'a hedduu bifa tasgabbii qabuun akka to’atamu taasisee jira,

Rodri Hernandez maaloo umurii kee akkam ta'een 25 tti deebisa? Jechuun Dandeettiin Kun Silaa woggootaa 10'f ilaaluu qabna,πŸ˜₯πŸ’₯

14/07/2026

Maanchestar Siitiin taphataa Morookoo mallatteessisuuf fedhii agarsiiseera.

Maanchestar Siitiin taphataa Morookoo, ayuub Bu'aadii mallatteessifachuuf fedhii qabu jedhameera.

Akka gabaasa "Sky Sport"tti Siitiin taphataa kana akka filannoo biraatti mallatteessisuuf fedha olaanaa qabu.

Kilabni taphataa kana Liil jijjiirraa taphataa kanaa irraa yoo xiqqaate € miliyoona 80 ol barbaada.

Bu'aadiin waancaa addunyaa irratti ga'umsa olaanaa agarsiisuun isaa ni yaadatama.

10/07/2026

βšͺοΈπŸ”΅πŸ‡³πŸ‡΄πŸ˜³ Erling Haaland amma erga Cristiano Ronaldo Waancaa Addunyaa keessaa ba'ee booda, maxxansa (post) Waancaa Addunyaa irratti jaallatama (likes) hunda caalaa argate qaba.

Sa'aatii 24 darban keessatti maxxansa Leo Messi isa lammaffaa ture illee caalee jira.
Yoo Noorweey gara walakkaa xumuraa (Semi-final) Waancaa Addunyaatti geesse, Ballon d'Or isaaf mala.

Akkasumas Manchester City waliin waancoota lama mo'achuu, Premier League keessatti mootummaa goolii (Golden Boot) injifachuu,
sarara keessaa bahuuf Waancaa Addunyaa (World Cup Qualifiers) keessatti Golden Boot argachuu, fi yeroo kana keessa goolii 60 ol lakkaa'aman galchuun isaa hojii guddaadha.

Erling Braut Haaland. πŸ’™

03/07/2026

🚨 𝐇𝐄𝐑𝐄 𝐖𝐄 π†πŽ! π‰πžπ«πžπ¦π² 𝐌𝐨𝐧𝐠𝐚 πŸ”΅β­οΈ

He is Another Jeremy Doku 🫑πŸ”₯ π‰πžπ«πžπ¦π² 𝐌𝐨𝐧𝐠𝐚 πŸ”΅β­οΈ πŸ«±πŸ»β€πŸ«²πŸΏManchester City n gurbaa Arsenal ji'a meeqa itti dadhabaa ture Guyyaa tokkotti harkaa fuudhee, 😫 Na amani City n xiqqoo turraan kilabuma assinal jedhamtu kana ni bita😁

Mucaan kun Taphataa winger ajaahibaa gara fulduraatti addunyaatti ifee muul'atu dha, egeree isaa kanaafid iddoo sirrii filachuun Manchester City tti makameera πŸ”

Gatiin mucaa kanaas Β£10m qofa, Arsenal Β£10m kan mucaa kanaan bitattu dhabde gaafa jedhan nama gaddisiisa πŸ₯Ή,

Well come Jeremy Monga 🌟

17/06/2026

Breaking Jeremy Dokun Waligaltee Hanga 2031tti manchester Siiti Waliin isaa Tursiisuu Malatteessuf Walii galee Jira


olaanoo

12/06/2026

Gaardiyoolaa: "Ameerikaan dorgommii PlayStation qopheessuuf hin maltu!" jedhe

Biyya mata duree uumuu fi haasa'uu irratti caaltuu taatedha dorgommiin tokko osoo hin jalqabin falmii fi jeequmsa hamma kanaa mudatee hin beeku.

Ani Hubachuu barbaada: abbaan murtii Somaaliyaa taphoota waancaa addunyaa irratti miidhaa akkamii geessisuu danda'a?

Akkasumas Afrikaanonni maaliif akkasitti ilaalamu? "Osoo ija magariisaa fi rifeensa diimaa qabaataniitii hoteelota qananiin guutaman Waashingitan keessatti simatamu!" Gaardiyoolaa: "Ameerikaan dorgommii PlayStation qopheessuuf hin maltu!" jechuun cimsee qeeqa.

Biyya mata duree uumuu fi haasa'uu irratti caaltuu taatedha dorgommiin tokko osoo hin jalqabin falmii fi jeequmsa hamma kanaa mudatee hin beeku.

Ani Hubachuu barbaada: abbaan murtii Somaaliyaa taphoota waancaa addunyaa irratti miidhaa akkamii geessisuu danda'a?

Akkasumas Afrikaanonni maaliif akkasitti ilaalama? Osoo ija magariisaa fi rifeensa diimaa qabaataniitii hoteelota qananiin guutaman Waashingitan keessatti simatamu!" turan jedha.

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Addis Ababa