Odeeffannoo Ispoortii

Odeeffannoo Ispoortii

Share

Odeeffannoo Ispoortii Hundaa Isiin biraan Geenya .
� Odeeffannoon keenya Dafee akka isiin qaqqab

YouTube channel : https://www.youtube.com/channel/UCEaLW1K98_cC1l7aMv2kVfA

27/05/2026

Tapha champions league
**************************
✅Sanbtaa xiqqaa sa'atii 1:00 Taphni champions league xumuraa fi giddutti geggefamuu eenyuutu mo'aate geeba nyaata? Meeqa fi meeqaan?
✅Namootaa tilmamaa sirri argataan 3 ni badhafnaa
✅1ffaa. Kardii 500
✅2ffaa.kardii 200
✅3ffaa.kardii 100
*Ulagalee tilmaama
1ffaa like
2ffaa tilmamaa keessaan comment gootu
3ffaa share gootu
Kanaaf ulagalee gafatamtee hundaa guutu qabdaa .Ergaa Taphni Eegalamee tilmamuun dhorkaa dha.
garii.
✅TikTok kana follow goodhu hin dagatiin yoo followers kan kee guddifachuu barbadduu tatee
tiktok.com/
Guddaa galatooma 🙏🙏🙏

03/01/2026

Arsenal barana waancaa ni kaasa ?
yaada keessaan @topfansAll FootballPremier League

06/12/2025

eenyuu fudhataa?

06/12/2025

premier league ingilaand bara kana eenyuu fudhataa?

06/12/2025

Deggertoonni Arsenaal hamma Arteettaaf obsan anaaf obsuu dhiisuun isaanii na aarsa - Unaayi Eemirii

Leenjisaan Astan Viilaa Unaayi Eemiriin yeroo leenjisummaa isaanii Arsenaal keessatti dabarsaniin deggertoota Arsenaalitti aaruu isaanii dubbataniiru.

"Deggertoonni Arsenaal hamma Arteettaaf obsan anaaf obsuu dhiisuun isaanii na aarsa" jedhaniiru.

Leenjisaan kun Arsenaal waggaa tokkoo fi walakkaa kan leenjisan yoo ta'u, Arsenaal waliin waancaa Awurooppaa Ligiitiin xumuraaf ga'anii turuun isaanii ni yaadatama.

06/12/2025

Arsenaal liigicha injifannaan jalqaba irratti anatu Arteettaaf bilbila. - Gaardiyoolaa

Leenjisaan Maanchistar Siitii Peep Gaardiyoolaan Arsenaal Piriimer liigii injifannaan Arteettaaf akka bilbilan dubbataniiru.

Arsenaal waancaa liigichaa yoo injifate Miikel Arteettaaf bilbilanii jalqabarratti baga gammadde akka jedhan Gaardiyoolaan dubbataniiru.

"Arsenaal yeroo dheeraaf dorgommiirra hin turre, carraa waancaa injifachuus hin arganne" kan jedhan leenjisichi " amma garuu jijjiirameera waggootaaf isaan waliin dorgommiirra jirra" jedhaniiru.

Isiin hoo mal jeettuu yaada keessaan nuuf barreessa

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Address


Addis Ababa
1000