Muhammad Fatoo

Muhammad Fatoo

Share

MILKII GANDA LAMANII NU MILKEESSSI.
اللهم اغفرلنا ذنوبنا وطهر قلوبنا واستر عيوبنا

25/08/2026
25/08/2026

BAALE BIYYA WARRA KABAJA QABU WARRA GALATA QABU

25/08/2026

خليك مستعد ومتابع لنا 😉

27/06/2026

بصراحة، ليس كل الإثيوبيين شياطين، فبعضهم يلجأ إلى المطاعم والمستشفيات والفنادق بحثًا عن ملاذ آمن، وبعضهم الآخر يهرب من البلاد بحثًا عن حياة كريمة لعائلاتهم، مثلنا نحن اليمنيين الذين ذهبنا إلى السعودية، ولم يأتوا إلينا إلا هربًا من المشقة والبطالة، ولم يأتوا إلينا عمدًا. ومعظمهم مسيحيون يكرهون اليمنيين، لذا لا تعمموا على الجميع، فمن لا يريد إغضاب الله، يجب أن يكون وجودهم بمثابة جواز سفر وإقامة لبقية العالم. تذكروا أن اليمنيين في إثيوبيا يعملون بجد، لذا احرصوا على سلامتهم، فأنتم تريدون منهم أن يعتنوا بكم.

14/01/2026

Yaa'a Gadaa Arsii Dhaddacha Heerootti geggeeffamaa jiruun dhaddachi Heeroo deebi'ee banamuun murtiiwwan gurguddoon 6 lallabamanii jiru.
===
Yaa'iin Gadaa Arsii Sikkoo Mandoo Godina Baalee Bahaa Aanaa Laga Hidhaa, Dhaddacha Heerootti geggeeffamaa jiruun dhaddachi hangafni dhaddachoota wirtuu gadaa Odaa Roobaa jala jiran keessaa dhaddachi Heeroo deebi'ee banamuun murtiiwwan gurguddoo 6 lallabamanii jiru.

Haaluma kanaan Dhaddacha hangafa Dhaddacha Heeroo deebisanii dhaabuun lubni gadaa shanan Dhaddachatti deebi'uun murtiiwwan dhaddacha Guutaatti lallabaman 6'n ammas irraa deebiin lallaabamanii jiru.

Murtiwwaan gurguddoon 6'n lallabaman kunis:
1.Dhaddachi Heeroo deebi'ee banamuun akkasumas dhaddachoota Arsii Sikkoo Mandoo 20'n deebisuu
2.Fuudhaaf heeruma ilaalchisee gabbarri hafuu akka qabuufi kanneen biroos lallabameera.
3.Safuu fi safeeffannaa aadaafi duudhaa ofii ganamaatti deebi'amuu akka qabu.
4.Nageenya ilaalchisee nagaan boorahuu hafee hunduu nagaaf dursa kennu akka qabuuf hunduu waamichaa nagaa abbootii gadaafi hawwan siinqee dhagahee gara nagaatti dhufuu akka qabu lallabamee jira.
5.Godaansa seeraan alaa ilaalchisee
karaa seeraan alaa dargaggoonni faddaalaan gowwomfamanii biyyaa bahaa jiru waan ta'eef kun hafuu akka qabu.
6.Qabeenya uumamaa ilaalchisee biqiltuun dhaabamuufi kunuunfamuu akka qabu lallabamamee jira.

Yaa'a gadaa kanaanis luba gadaa shan dhaddacha Heerootti deebisuun murtiiwwan gurguddoon lallabamanii jiru.

Gabaasni kan Kominikeeshinii Godina Baalee Bahaati.

14/01/2026

‏بسم الله توكلنا على الله ولاحول ولاقوة الا بالله ... ربي ارزقنا بما لا نعرف كيف نطلبه منك فأنت اعلم بماتحتاجه نفوسنا 🌹

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Sanaa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

شارع تعز
Sanaa
[email protected]