SOBNEE SIRBINA KEESSIKEENYA MADAA
Ibsaa Guutamaa
Waaqa Amanadheen Ofirratti Hirkadheen As Gahe!
ሰኔ እና ሰኞ በሲኖ ተጀመሬ
What a generation?
20/05/2026
DHUGAA LAMMII ISHEE DHUKSUUN ISHEE DHOKSE.🌍 Afrikaa: Ardii Baay'ina Qabdu Garuu Sagalee Dhabde! 🌍
Baay'ina uummata addunyaa keessaa 19.1% (Biliyoona 1.58) ardii keenya Afrikaa keessa jiraata! Biyyoonni akka: 🇳🇬 Naayijeeriya (Miliyoona 242) 🇪🇹 Itoophiyaa (Miliyoona 139) 🇪🇬 Masrii (Miliyoona 120) humna qabeessummaa keenya agarsiisu.
Garuu Haqni Adunyaa Eessa Jira? 🤔 Kaawunsiliin Nageenyaa Mootummoota Gamtoomanii (UNSC) waggaatti dhimmoota mariyatu keessaa 60% dhimma Afrikaati. Haata'u malee, Afrikaan bakka bu'aa sagalee murtii qabu tokkollee achi keessaa hin qabdu! Dhimma keenya nu malee murteessu!
Hiyyummaan keessoo fi hoggansi badaan humna keenya nu jalaa laamshessee, adunyaarrattis sagalee akka hin qabaanne nu taasiseera.
# Ardii keenya kanaan "Ardii Cubbamtuu" jechuun ni danda'ama moo Rakkoon keenya Hoggansadha?
18/05/2026
Jarri Kun Immoo Yoom Dhufuu Finfinnee. Suuraa waliin kaanaa?
16/05/2026
Barri Kunis Ni Darbeem
Erga Dirqamaan Dhaqxee Baga Rafte Wal Hafixxuu
Hin kolfinaa
Dhugeeffannaa Horomoo! Ajaayiba Abbaa Sirriitti Dhaggeeffateef.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Contact the business
Website
Address
Oromia Region
6571