Garuma Diribi Abebe

Garuma Diribi Abebe

Share

NO PAIN NO GAIN!! Studied at Haramaya University

22/08/2026

calendar gaafa Irreechaa akka cufamu ta'uun natti toleera❤

20/08/2026

Kilabii bulchiinsa magaalaa Baallammii fi Hurutaa jidduutti taphni eegaleera.
Midakoo milkaa'aa❤❤!

29/07/2026

Otoo isin abdannuu bishaan nu jala yaastaniree?😁😁
Waan gootaniif isintu beekaka.Garuu imaanaa biyyaa gatuu fi ganuun hin cimuu yaa 70??

26/07/2026

gaaffii salphaa:garaagarummaan natti barfate fi natti guyya'e jedhamuu maali?

17/07/2026

Daandii Gudar-Waayyuuf Sagalee yaa taanu!

11/07/2026

"Tulluu Ormi itti Sagadu ollaan jala qotata" jedhan

Photos from Gospel Singer Solomon Adugna's post 27/06/2026
27/06/2026

baga geesse yoo jedhan akka keetti😁😁😁😁😁!

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Harar?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Harar