Maatii Cheelsii

Maatii Cheelsii

Share

Peegiin kun deggartoota cheelsiif edeeffannoo waytawaa kilabichaa faana bu' ee dhiyeessaaf

Photos from Maatii Cheelsii's post 20/01/2024

Mucaan kun Leester siittii irraa gara cheelsitti deeb'uuf jetti Oduun!
yaada keessan

20/01/2024
20/01/2024

Oduu Jijjiirraa Taphattootaaa
Cheelsiin Raafaa’eel Liya’oo mallatteessisuuf gara paawundii miiliyoona 100 dhiyeessuuf qophaa’ee ture. Liya'oon ganna bara 2023 Cheelsiin dinqisiifamaa akka ture himamaa ture garuu erga baatii Adoolessaa as goolii liigii tokkollee hin galchine>

maal jettu maatiin Cheelsii

14/01/2024

peegii like share godhaa hordofaa

16/06/2023

Andiree Saantoos
Taphattoota sarara gidduu Cheelsii bara dhufu Mauricio Pochettino itti dhiyeenyaan hordofamu keessaa tokko yoo ta'u, akeekni isaa kaardii Viizaa US erga argateen booda garee jalqabaa waliin taphachuudha. Hanga ammaatti wabii hin qabu garuu, Saantoos bara dorgommii duraa irratti "qoramuu" qaba, garee tokkoffaaf darbuuf qormaatatu isa eeggata.
Roomaanootu gabaase

Oduu Durii 20/11/2022

share ,like, subscribe godhaa

Oduu Durii Oduu durii nama bashannansiisu

17/11/2022

harka fuune akkam jirtu hordoftoota fuula deggartoota Cheelsii(Afaan Oromoo)!
akkuma beekamu Waancaan Addunyaa bara 2022 biyya Kaataaritti geggeeffamu jalqabuuf guyyoota muraasatu hafe. hamma taphni piriimerliigii ingliiiz deebuttu odeeffanno tapha geeba Addunyaan walqabatu hamma danda;een gara Afaan oromootti jijjiiree isiniif dhiyeessuuf qophii xumureera. kanaafuu, page kana like share gochuun namoota biroo afaan ingliiz hin dhageenye biraan naaf gahaa!

Galatoomaa!!!

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Shashemene?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Shashemene