30/08/2026
🚨𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆:
✅️ Biraadlii Baarkoolaan qorannoo fayyaa xumuree koontiraata waggoota 5 hanga 2031 itti mallatteesseera.!
🇬🇧 liverpuul mootii England 🇬🇧
➕You'll Never walk Alone➕
30/08/2026
🚨𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆:
✅️ Biraadlii Baarkoolaan qorannoo fayyaa xumuree koontiraata waggoota 5 hanga 2031 itti mallatteesseera.!
30/08/2026
🚨 Akka gabaasa Sacha Tavolieri-tti, Liiverpuul goolkiperii haaraa Lucca Brughmans mallatteessisuuf kilaba Genk waliin walquunnamtii kallattii kilaba irraa gara kilabaati taasisaniiru.
Yoo Mamardashvili gara Nottingham Forest deeme, Liiverpuul Brughmans amma mallatteessisuu ykn boodarra bara 2027 irraa kaasee akka itti makamu madaalaa jiru. Mariin/waliigalteen kilaboota lamaan jidduu jiru itti fufeera. 🧤
29/08/2026
Bifa kanaan kan falmatu ta'a Liverpool
27/08/2026
🚨𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆:
✅️ Ramaddiin Champions league baheera.
✅️ Kilaboonni Liivarpuul waliin taphatan beekamaniiru.!
20/08/2026
Goota gaafa mara Heki 🇫🇷
20/08/2026
🚨𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆:
✅️ Brighton gaafii Liivarpuul Yakuba Minteh mallatteessifachuuf dhiheesse kuffise.
❌️Liivarpuul taphataa sarara fuulduraa qarqara mirgaa kana fudhachuuf £50m dhiheesse, Brighton balbalarratti deebise.
✅️Minteh 'n Liivarpuulitti makamuu barbaada kilaboonni lamaan waliigaluun garuu murteessaadha.!
✅️Minteh amma miidhama torbee 8'f dirree irraa isa fageessu qaba.
[David Oirneston]
19/08/2026
Arsenaal Ezrii Koonsaa fudhachuuf paawondii miiliyoona 50n waliigale.
19/08/2026
🟢 Sadio Mané hojii tola ooltummaa isaa itti fufeera!
Taphataan biyya Senegaal, Sadio Mané, biyya isaa Senegaal keessatti, magaalaa Kaasaamaas keessatti pirojektii agro-industirii guddaa tokko irratti hojjechaa akka jiru gabaafameera.
Mané dhaabbata guddaa maqaa “Bambali Agro-Industrial Park” jedhuun waamamu kana keessatti oomishaalee fuduraa oomishuun jiraattota magaalichaa biraan akka ga’uuf hojjechaa jira.
Akka gabaasameetti, lafti heektaara 500 isaaf kan kenname yoo ta’u, waggaatti tonii 50,000 ol fuduraa oomishuuf karoorfameera.
Pirojektiin kun keessumaa dargaggootaaf carraa hojii uumuu irratti kan xiyyeeffate yoo ta’u, yeroo guutummaatti hojii jalqabu, namoota 2,500 ta’aniif carraa hojii akka uumu ni eegama.
👏 Sadio Mané dirree kubbaa qofa irratti osoo hin taane, hawaasa isaa gargaaruudhaanis fakkeenya gaarii ta’aa jira!
19/08/2026
🚨 : ✅Liivarpuul sarara gidduu irratti Kurtis Joonsan bakka bu'uuf Adam Waartoon akka galma guddaatti adda baaseera! 🏴🦅
✅ Hubadhaa Diimaan Joons har'a gara Interitti jijjiirraa isaa ifatti erga xumuree booda mala jalqabaa qopheessaa jiru.
✅Kiristaal Paalaas yeroo hunda kaffaltii guddaa kan gaafatu yoo ta'u, Liivarpuul garuu amma marii kallattiin banuuf qophii ta'eera.
✅Taphataan kun boordii biratti dinqisiifannaa guddaa qaba. ⏳🔴( Fabrizio Romano ) Gabaase.
17/08/2026
🚨Livarpuul Ibraahim Mbaayee fudhachuuf dhimma dhuunfaan waligalteera gahaniiru.
Livarpuul taphataa kana kontiraata waggaa shaniin fudhachuuf waligaleera.
Mibayeen gara Baayeer Livarkuusen imaluuf feedhii hin qabu filannoo isaa Livarpuul taasiseera.
Livarpuul Barkolaa fi Mbayee lamaan isaani fudhachuu barbaada.
Livarpuul taphatoota lamaan kanaa waliin waligalteera gahus mariin kilabii isaanii PSG waliin taasisan ni eeggama.