23/02/2026
Dave gea is back π
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Neva manche, Sports Team, Nekemte, Nekemte.
23/02/2026
Dave gea is back π
27/01/2026
Torban 10'f mucaa adagamaa kana sababa miidhama dirree irraa in fagaata.
Isanni jaratti lamaan ishee foqossiiseef mortuutu dheengadda itti moree.
Amma dhuftutti in yaadamta.
dorgu
Cimina Farsenal beekuuf mankuusaa geephaa isaa deemi guys.
https://www.facebook.com/share/1GLm3fxtW3/
27/01/2026
βοΈ Cool palmer Manchester United makamuuf fedhii akka himamaa jira.
βοΈ An utuu gara old traford baayyeen gammada.
βοΈ Isin maal jettu ? Yaada keessa comment godhaa.
26/01/2026
Rifeensa kukkutuun itti fufe manche wajjiinπͺ
26/01/2026
19/01/2026
Gaafan Dirree keessatti Si argu daqiiqaan Manchester united Dawwachuuf qabaadhu na jalaa yarata! Tooftaa fi hamileen ati ittiin kubbaa sossobdu, Namusni kee inni Tuqamte tuqamuu kee ciniinnattee dhokfattu santu Na Marara! Gaafan Hiriiraa taphatoota Manchester united keessa Si dhabu humna sodaatu na weerara! Waan ati qofti waa faluu dandeessu natti fakkeessa! Ijaafin Si sassata! Miidhama keen sodaadhaa!
Gurraacha koo!
18/01/2026
17/01/2026
ππππ²π’π€π’π’π₯ ππππ«π’π’π€: tapha darbii boruu ilaalchisuun ergaa deeggartootaaf dabarsan
"Peep Gaardiyoolaa fi Maanchistar Siitii boru tapha baayyee barbaachisaa ta'e irratti simannaa. Taphi kun jalqabi haaraadhaaf carraa ajaa'ibaati."
"Deeggaraa, taphataa ykn miseensa garee yoo taate taphoota akkanaa ilaaluuf kilabii kana keessa jiraatta."
"Ooldiraafoordii fi addunyaa irratti isin bakka bu'ee πππ©π‘πππ‘uun kabaja argadheera, kanaaf dhiibbaa deeggarsi keessan garee kana irratti qabu nan beeka. Jaalalaa fi fedhiin keessan gara fuulduraatti nu oofa."
"Maan Yunaayitid sadarkaa hundi keenya barbaannutti ceesisuuf waliin dhaabbannee falmuu qabna." Jedhee ture akkuma dubbate jabaatee dhabbatee falme nu argisiiseera.
Leenca ko har'a onnee na seenteetta jabaadhu,milkaa'i, darbii deemi ammayyu.
deggeruun ittuma fufa. Nagaan bulaa.
Namoonni tokko tokko hospitaaluma si godhanii caba yaada si biratti fayyanii badu.
17/01/2026
Gammachuu daangaa darbe
11/01/2026
Kilaba kana kan jijjiiruu
danda'uu yoo jiraate tokkoof tokko...
hin jiru dhugaadha.