“Namni ilmicha ganu abbichaa wajjin firooma hin qabu; ilmicha amanachuu isaa kan beeksisu immoo abbichaa wajjinis firooma qaba.”
— 1Yoh. 2:23 amen
Abraham Tarikuu
Filiph 3:8
Dhuguma iyyuu gooftaa koo Kristos Yesusin beekuun hundumaa irra waan caaluuf, ani waan hundumaa akka waan gatameetti nan lakkaa'a; Kristosin bu'aa koo godhachuudhaaf kun hundinuu anaaf waan gatame ta'eera; akka kosiittis isa lakkaa'eera.
Yesus koo sin Jaladhaa
🙆♀️🙆♂️🧖♂️👉👉👉Akkuma namni dukkana keessa deemu faana isaa akka hin gufanneef ibsaa fayyadamu, Macaafni Qulqulluun immoo tarkaanfii keenya hunda nuuf ibsa 👈👈👈👂👂
BY ABRAHAM TARIKU ✍✍
Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu natti dhaga'ama! Obsan Alamaayyoo, Marge Galan, Emiru Lamesa, Sufa Tadela, Kaayyoo Koo Hin Dagadhu, Gêmèçhíś T Häīĺù, Hisko Hisko, Sintayehu Workneh, Tolaa Wale, Sa'id Balee Oro, Guddee Bekela Sori, Ganat Fufa, Dawit Wagari Dawit Wagari, Badhane Hotesa, Obse Dirribsaa, Melkamu Zeleke Beka, Mex Mathiwo Welde Bake, Abrahaam Geetahuun, Kilta Gamade, Badiru A. Giddii, Ase Begna Tadessee Tadessee, Godana Jateni Boru, Duba Tache Nura, Sanyii Damee, Seyfu Kan Love, Dirribaa Temesgen, Rebuma Angasa, Galata Ilmaa Guji, Sifan Wekshuma, Ahmed Bunti, Yoofeetaan Aman, Gadisa Tsehay, Berhanu Abate, Geleta Oljira Oljira Gibe, Bafqee Lammeessa, Beeza Tujo, Geleta Tirfesa, Alex Love Man Alemu, Badhaasaa Kottoola, Kakuun Maseena Miti, Kennesaa Acaluu, Bilali Abee, Dagafa Ejjeta, Ahmed Nasir, Arsii Bahaa, Dhiisanii Negesa, Lalise Abebe, Susee T Baqee, Barara Dasalo, Saboontuu Wallagga Raslan
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Nekemt