20/05/2026
โผ๏ธ
Kitaaba Dhaloota jijjiiramaatiin barraawe.
May 22/2026 Ykn caamsaa 14/2018
Iftaan jechuun jimaata ganama saโaa 3:00tti waan eebbifamuuf akka irraatii hirmatan yeroo jennuu gammachuu guddaadhaani.
Iddoon Naannoo Hararii galma Calanqootti.
โ
๐Kitaaba Mata Dureen isaa "GALATOOMAA" jedhu kan dhaloota Madaqootiin barraawe guyyaa jedhame kanatti eebbifamuun dubbiftoota bira ni dhaqqaba.
๐ฟGuutuun Mata duree kitaabichaa "Namni Galata Namaa Hin Beekne Galata Rabbiitis Hin Beeku" kan jedhu yoo tahu ,Kitaabicha adda kan isa taasisu qopheessitoonni kitaabichaa "Dhaloota Madaqootiin" tahu isaati.
Sagantaa kitaaba kabajamoo muummichaa keenyaa Dr Abiy Ahmedin galatoomi jechuuf kitaaba barreeffame kana irratti hoggantoonni Olaanoon naannoo hararii akkasuma Godina Harargee bahaa fi Bulchinsa Maayaa Citytiif keessummoonni gara garaa kan irratti argaman waan ta'eef gammachuu tana akka nuu waliin qooddattaniif kabajaafi jaalalaan kan isin beeksifnu taha,
๐ช๐น ๐ช๐น๐ช๐น Galatooma โผ๏ธ๐ช๐น ๐ช๐น๐ช๐น
Namni Haa Numa Cimuu!
24/04/2026