Mamush Dstv

Mamush Dstv

Share

Odeeffannoolee Taba Kubbaa : Primier League, Champions League, FA Cup, La Liga...

22/10/2024

Carraa Gaarii ! መልካም እድል ! Good Luck !

👉 https://bit.ly/GoodLuck4u

👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿

10/09/2021


Sabtii arraa Sa'aatii 11:00 irratti Manchester United ifi Newcastle United taba isaanii waan gaggeessaniif jecha qabxii isaanii comment jalatti tilmaama godhaati yoo sirritti arkattan kaardii mobaayilii qarshi 100 badhaafamaa.
Gursum keessatti taba kana daawwachuu yoo barbaaddan nu bira koottaa.
Mamush Dstv
Gursum- Magaalaa Jimaa
Mobile: 0915009939

01/09/2021

Tabba Kubbaa Adduunyaatiif Calallii Godhamaa Jiru Keessatti Galgala Jum’aa Sa'aati 4:00 irratti GHANA fi ETHIOPIA taba isaanii ni taasisan.Kanuma hordofuun warra biyya keessaa jiruuf Mamush Dstv warroota qabxii GHANA fi ETHIOPIA tilmaame sirritti arkatuuf kaardii Mobile qarshii 100 ni badhaasa. Kanaafu , tabni kuni osoo hin eegalin duraratti tilmaama qabxii keessanii comment keessatti barreessaa. Yeroo tabni xumurame comment keessan ilaallee nama sirritti arkate hunda kaardii Mobaayilii yerooma sanitti ni guunnaaf. Fakkeenyi deebisa keessanii Ghana 1 – Ethiopia 2 ykn Ghana 3 – Ethiopia 2 , … bifa kanaan tilmaama qabxii isaani barreessuu dandeessan.
Hubachiisaa : Eegaa tabni eegale booda comment yoo barreessitan badhaasa hin qabdan .
CARRAA GAARII .
Kana malees warroonni Aanaa Gursum keessatti jirtan taba kana DStv dhaan daawwachuu yoo barbaaddan Lakkoofsa Moobaayilii 0915009939 irratti nuuf bilbiluu ni dandeessan .
Mamush Dstv

31/08/2021

Cristiano Ronaldo gara Manchester United itti deebi'uun isaa Galgala kana beekkamee jira.

Manchester United is delighted to confirm the signing of Cristiano Ronaldo on a two-year contract with the option to extend for a further year, subject to international clearance.
Mamush Dstv

28/08/2021
28/08/2021

Sagantaa Taba Primier League Torbaan 3ffaa

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Gursum?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Website

Address

Chat Station
Gursum
3200