24/09/2025
🏃➡️Jechoota xumuraa ergamaan keenya Nabi Muhammad (ﷺ) gorsa isaanii kan xumuraa keessatti dubbatan...
⚡️𝗬𝗮𝗮 ilmaan Namaa: Wal-argaan kiyyaa fi keeessan addunyaa kana osoo hin taane, howdii koo irratti.
⚡️𝗬𝗮𝗮 ilmaan Namaa! Ani hiyyummaa osoo hin taane durummaa isin irratti sodaa dha, akkuma ummanni isiniin duraa duniyaa kana keessatti wal-dorgome wal-dorgomtanii, akkuma isaan balleessite isinis balleessuu (halaakuu) sodaa dha.
⚡️𝗬𝗮𝗮 ilmaan Namaa: Hadaraa salaata, salaata, salaata, salaataa jabeessaa.
⚡️𝗬𝗮𝗮 ilmaan Namaa: Dubartoota keessatti RABBIIN sodaa dhaa. Dubatootaa keeyrii akka yaaddaniif isiniitti dhaamadha.
⚡️𝗬𝗮𝗮 ilmaan Namaa: Gabricha tokko RABBIIN duniyaa kana keessa turuu fi waan Rabbiin bira jiru filachiisee, gabrichi sunis waan Rabbii isaa bira jiru filateera.
RABBIIN isin haa jaalatu, Rabbiin isin haa tiiksu, Rabbiin isinii haa tumsu, Rabbiin gadi isin haa dhaabu, Rabbiin isin haa jabeessu.😭
⚡️𝗬𝗮𝗮 ilmaan Namaa: Nama ummata kiyyarraa na hordofe hundatti salaamata naa qara'aa.
❤️Yaa Ergamaa RABBII ! Dhaamsi isin waggaa 1400 dura dhaamaa turtan hunduu nu bira gahee jira, nutis karaa keessan badhaafamnee isin hordofaa jirra, nageenyi fi rahmanni RABBII iddoo isin jirtanitti isinirra haa jiraatu.
Follow me
27/04/2023
Innaalillaahi wa'innaa ilayhi Raaji'uun
Yaa Sheeka sagalee kiilolee
Sheek Abdallah Kamaal Rabbi Rabbiin ija rahmataatiin sihaa millatu
28/03/2023
Breaking News
Jaarraa 21ffaa keessa Namoota Islaamummaaf bu'aa guddaa buusan keessaa Dr, Zakir Naik nama tokko. Dr, Zakir Naik yoo xiqqaate erga hojii dawwaa eegale irraa hanga ammaatti Namoonni kumni dhibba shan (500,000) ol harka isaa irratti nama gara Islaamummaatti deebi'aniiru! Urjii Ulamaa'iifi Daa'ii Islaamaa kan Idil-Addunyaa Dr, Zakir Naik Rabbiin umrii nuuf haa dheeressu
Yeroo Dheeraaf daa'ii dhoorkamee Kan ture guyyaa kaleessaa itti deebi'eera alhamdulillah.
Thanks so muchDr Zakir Naik
28/03/2023
Araa hatoorarii fiifiidha dhugaa
Murti guuto page du'aii nuuf godhii gaa jimaa qofaan sa:aa nuu duraa hiin fixinii
07/03/2023
Sa'aa ⏱️ ammaa, Daqiiqaa ammaa, Sekoondii ammaa tanatti gammachuu haarawa Rabbi sihaa dhageeysisu! 🤲
Ramadaana gammachuun Nama Soomanu Rabbi Nuhaa Taasisu
Hawaasa Keenya Kan tiifis Rooba Addaan hin Cinne Rabbi haa Roobuuf Aamiin Aamiin
07/03/2023
Boor Ganama Akka Dammaqxeen
👉Baga Gammadde Sagalee Jedhu Dhaga'i🙏✍️
10/10/2022
Rabbiin Qalbii teenya Jaalala Isaatii fi ta Nabi Muhammadiin صلي الله عليه وسلم nu haa guutu.
08/10/2022
Hundaa Rabbi Isiniif Haa Laaffisu!
Rabbi balaa tasaa isa namtolchee fi uumamaa irraayis isin haa tiksu. Wantootni akka imalaa,soorataa,fi qu'annaa addaan kutuu faa sammuu keessan hatanus rabbi qormaatichas isiniif haa laaffisu.
Nagaan xumuraa Nagaan qe'ee keessanitti galaa!
08/10/2022
Ilaali biraa hiin darbiin