Jaalattoota Ispoortii

Jaalattoota Ispoortii

Share

FUULLI KUN ODUUWWAN ISPOORTII AFAAN OROMOOTIIN BARREESSEE ISIN QAQQABSIISA�

02/08/2026

Wal-dorgommii sa’aati 1 qofaaf turu🔥🔥🔥

Taphattoota sarara ittisaa sadan kana keessaa eenyutu caala jettanii yaaddu???

Warri jettan 🥰 tuqaa.

Warri jettan ❤️ tuqaa.

Warri jettan 😮 tuqaa.

Abbaa injifate sa’a 1 booda adda baaseen maxxansa👌

Let’s Gooooooo🔥🥰💪

24/06/2026

N A M I C H I kun:
Mallattoo tattaafachuu, alaabaa naamusaati
Faajjii kubbaa miilaa eebba labata kanaati.

Gurbaa miidhagaa amala qabeessi kun
Waggaa 41tti akka dargaggeessatti, caalchisees taphata;

G U R B A A N kun:

Alkoolii dhugee hin beeku
Qaama isaarraa tumaa (tattoo) hin qabu
Mana bashannana halkanii hin deemu
Maatii isaa hedduu kabaja

N a m n i kun:

Harmee isaa akka malee jaalata
Maatii isaaf lubbuu isaa kenna
Abbaa isaa jannata jiru gammachiisuuf yogguu mooha

Gurbaan kun

Dhiiga isaa torbee lama lamaan gumaacha
Maallaqa isaa warra rakkatan gargaara
Biyya isaatti stadium ijaarsise
Mana barnootaas ijaarsise

Gurbaan kun

Sukkaara ciraa hin sooratu
Buna hanga lakkaawame fudhata
Nyaata filatee soorata

Namni kun;

Naamusni isaa adda
Leenjisaa isaa hedduu kabaja
Taphattootaaf fakkeenyadha
Namoonni miliyoonni hedduu akka fakkeenyayti fudhatu

Namni kun

Addunyaa irratti goolii 974 lakkoofsiseera (gita hin qabu)
UEFA champions league irratti isatu dursa (goolii 140)n
Baalandorii Shan injifateera
Biyya isaa waliin geeba biyyoota Awurooppaa fudhateera
Alaabaa biyya isaaf lubbuu isaa kenna

Maqaan isaa Kiristaanoo Roonaaldoo jedhama

Waancaa addunyaa jaharratti goolii galchuun riikardii qabateera!

Xiqqoo gaafa Maaderaa, guddattuu gaafa Lisboon, dargaggeessa gaafa Maanchesteer, abidda gaafa Maadriid, gaheessa Juuventuus, cichaa gaafa Alnaasiir!

Waggoota 25 oliif madda gammachuu dargaggoota Addunyaa waan taateef galatoomi!

22/06/2026

Biyyuma Africa ta addaatu nutti as bahe jette addunyaan Cabo Verde 🇨🇻 2 - 2 Uruguay 🇺🇾
Uruguay jechuun biyya shaampiyoona waancaa Addunyaa yeroo lamaati. Spain ammoo Haadha shaampiyoona Waancaa addunyaa bara 2010 fudhattee turteedha. Cabo Verde yeroo jalqabaatif tapha waancaa Addunyaa hirmaatte Biyya jajjaba lamaan kana waliin walqixa walqixa baate. kuni ammoo Ajab addunyaa jechisiise. Well done Team Africa. hanga ammatti pooyintii 2 galmeeffatanii jiran. tapha itti aanu Saudi Arabia 🇸🇦 waliin qaban. yoo carraa tolanii Saudi Arabia moohatan pooyintii shaniin gara Biyya 32 dabruuf carraa guddaa qaban. good luck and keep going Cabo Verde 🇨🇻👌

22/06/2026

🚨🗣️ Maarseeloo Ronaaldoo fi Meesii Idil Addunyaa Dhaala irratti 🇵🇹🇦🇷

''Kristiyaanoo Ronaaldoo taphataa kubbaa miilaa taphate keessaa isa GUUTUU 🐐🔥 Sammuun isaa 💪, naamusni 🧠, fi walsimannaa sadarkaa ol'aanaa irratti nama hundarraa adda isa taasisa.

Namoonni yeroo hunda Meesii fi waancaa addunyaa 🏆 fidu... garuu Arjentiinaa sababa Meesiin injifachuu hin jalqabne. 🇦🇷 Duraanuu saba kubbaa miilaa seena qabeessa waancaa gurguddaa fi sheekkoolee yeroo dheeraa dura isa dura turan.

Meesiin Arjentiinaa kaartaa irratti hin kaa’in 🗺️❌ Inni qaama hambaa isaaniiti — jalqaba isaa miti.

Amma Roonaaldoo dura Poorchugaal ilaalaa... 🇵🇹 milkaa'inni guddaan idil-addunyaa hin turre 😳 Ol'aantummaan addunyaa hin turre.

Roonaaldoo WAAN HUNDA jijjiire ⚡ Rikardii 📊 cabsee, sadarkaa 📈 ol kaase, Poorchugaal garee har'a addunyaan guutuun kabaju 🌍🔥 taasise

Kanaafidha, anaaf, yeroo waa’ee dhiibbaa waliigalaa kubbaa miilaa irratti dubbattu... Kiristiyaanoo Ronaaldoo QOFA 🐐👑”

04/06/2026

📢 Manchester United Players at FIFA World Cup 2026 🌍🏆

🔴 Manchester United irraa taphattoonni mootummaa isaanii bakka bu'uun Geeba Addunyaa 2026 irratti hirmaatan:

🇵🇹 Bruno Fernandes
🇵🇹 Diogo Dalot
🇧🇷 Matheus Cunha
🇧🇷 Casemiro
🇦🇷 Lisandro Martínez
🇺🇾 Manuel Ugarte
🇲🇦 Noussair Mazraoui
🇳🇱 Matthijs de Ligt
🇳🇱 Joshua Zirkzee
🏴 Kobbie Mainoo
🇨🇮 Amad Diallo
🇧🇪 Senne Lammens
🏴 Marcus Rashford
🇹🇷 Altay Bayındır
🇵🇾 Diego León
🏴󠁧󠁢󠁳󠁣󠁴󠁿 Tyler Fletcher

🔥 Total: 16 Manchester United players at the FIFA World Cup 2026

❤️🖤 Manchester United jechuun kilaba addunyaa mara irraa taphattoota walitti qabuudha!

🔴👹

02/06/2026

Bruno Fernandes – Taphataa giddugaleessa dirree keessatti kalaqa gudda qabu, paasii murteessaa kennuu fi goolii uumuun beekama. Hogganaa cimaa fi yeroo hedduu taphataa garee isaa jijjiiruu danda'udha.

Vitinha – Taphataa kubbaa to'achuu fi taphicha saffisaan gaggeessu irratti baay'ee cimaa dha. Paasii sirrii fi hubannoo taphaa olaanaa qaba.

João Neves – Dargaggeessa humna guddaa qabu; kubbaa deebisee fudhachuu, fiigicha cimaa fi hojii ittisaa giddugaleessa dirree keessatti baay'ee gaarii dha.

Walumaagalatti, yeroo ammaa Portugal keessatti Bruno Fernandes kalaqaaf, Vitinha to'annoo taphaa fi qindoominaaf, João Neves immoo humna hojii fi kubbaa deebisanii argachuuf sadarkaa olaanaa irratti argamanidha.

Taphattonni Sadeen kun waliin hiriraani yeroo taphatan giddugaleessa dirree Portugal baay'ee cimaa taasisa 💪🔥

World Cup Portugal biyyaa gootichaa waliin gara Fulduratti ❤️🔥

Photos from Jaalattoota Ispoortii's post 07/05/2026

🟢Moorgaan Giibs Waayit taphataa cimaa Piriimeer Liigii Inglaand baatii Eeblaa ta'un akka filatame himameera.

05/09/2025

Har'amoo Seenaa Manchester United Waliin Illaalla

United Kilaba Jalqaba England Kessa Champions league injifate Tokko (1)Jedhi

United Kilaba Jalqaba Akka United Kingdom tti Super cup injifate (2 (jedhi

United Kilaba England Jalqaba Tirbible ( Waancaa Sadii ) injifate( 3) jedhi

Manchester United Kilaba Erga Pirimer League n Modernized Ta'ee Dirgomamuu Jalqabe Si'a Baa'ee Nyaate Si'a 13 Afur (4) jedhi

Manchester United Kilaboota England hunda caala Face book irratti hordoftoota Qabu Milona 85 ol Qabudha Shan (5) jedhi

Manchester United Kilaba England Hunda Caalaa Hordoftoota Instagram irratti Qabudha Milyoona 65 ol Ja'a (6 ) jedhi

Manchester United Kilaboota England hunda caala Addunyaa irra Deegartoota Qabudha Torba ( 7) jedhi

Manchester United Kilaboota Pirimer League England Kessa Taphatan Hunda irratti Olaantumma Qaba Saddet (8) jedhi

Manchester United Kilaba England Champions league irratti Goolii Baa'yee Gashedha Sagal (9) jedhi

Manchester United Kilaba Tokkicha Addunyaa Daqiqa 120 + irratti Goolii Galchedha Kudhan (10) jedhi

United Jechuun Kana

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Bako?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Finfinne
Bako
555666