ABDI SPORT

ABDI SPORT

Share

๐Ÿ•Š๏ธ Sport | Peace ๐Ÿ•Š๏ธ

21/08/2026

Piriimiyeer Liigiin Ingilaand har'a eegala

Piriimiyeer Liigii Ingilaand barri dorgommii 2026/27 har'a Arseenaal fi Kooventarii Siitii gidduutti tapha taphatamuun ni eegala.

Shaampiyoonaan Piriimiyeer Liigii Arseenaal, akkasumas moโ€™ataan Shaampiyoon Shiippii Kooventarii Siitiin, tapha jalqabaa isaanii Emireetis irratti galgala saโ€™aatii 4:00 irraa eegaluun wal morkatu.

Arseenaal waggoota 22 booda waancaa Piriimiyeer Liigii deebisee moโ€™ateera. Amma immoo waancaa walitti aansee yeroo lammaffaaf argachuuf imala isaa jalqaba. Kooventarii Siitiin, gama isaatiin, waggoota 25 booda gara Piriimiyeer Liigiitti erga deebiโ€™ee, liigicha keessa turuuf qabsoo isaa harโ€™a irraa eegala.
Arsenal vs Coventry CityCoventry City FC

ABDI SPORT

12/08/2026

Waancaa Super Cup Awurooppaatin har'a galgala sa'atii 4:00 tti morkiin fi 'n taasisan ni eegama.



ABDI SPORT

08/08/2026

Maallaqni Chelsea'n Waancaa Kilaboota addunyaa (FIFA Club World Cup) Injifachuun argate Maallaqa Waancaa addunyaa (World Cup) moo'achuun argatte dhibbeentaa 120%'n caala. ๐Ÿค”๐Ÿซฃ

'n Doolaara $120M yoo argatu, ammoo Doolaara $50M argatte.

ABDI SPORT

21/07/2026

Taphataan hiddi dhaloota isaa Itiyoophiyaa ta'e, ammatti garee biyyaalessaa Kanaadaa fi kilaba Norwich city tajaajila jiru Ali Ahmad daawwaannaf gara biyya Abbaaf haadha isaa dhufee jira.

Ali Ahmad dubbii isaa keessatti "Itiyoophiyaan mana kooti." Jechuun dhufee daawwachuu isaattis akka gammade himeera.

ABDI SPORT

20/07/2026

Yeah Yeah Lo siento, ๐Ÿ—ฃ๏ธ " Kaminaa Wowo, Kaminaa Wowo "

ABDI SPORT

19/07/2026

Guess the national team, shooting only twice in more than 120' minute?

19/07/2026

Thank you Yamal and all Spain squad!

19/07/2026

Let's go for world ๐ŸŒ cup Final even it's nonsense ๐Ÿ˜”

18/07/2026

๐Ÿšจ ๐‡๐„๐‘๐„ ๐–๐„ ๐†๐Ž! ๐‚๐‡๐„๐‹๐’๐„๐€ ๐‡๐ˆ๐‰๐€๐‚๐Š ๐Œ๐Ž๐‘๐†๐€๐ ๐‘๐Ž๐†๐„๐‘๐’ ๐ƒ๐„๐€๐‹ ๐€๐๐ƒ ๐€๐†๐‘๐„๐„ ๐“๐Ž ๐’๐ˆ๐†๐ ๐‡๐ˆ๐Œ ๐…๐Ž๐‘ ยฃ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ•๐Œ ๐Ÿ”ต๐Ÿ’ฃ

Chelsea anticipate Arsenal official bid incoming, met with Villa today and closed agreement at ยฃ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ•๐Œ ๐๐€๐‚๐Š๐€๐†๐„ ๐Ÿซฑ๐Ÿปโ€๐Ÿซฒ๐Ÿผ

Morgan Rogers has accepted a ๐’๐ˆ๐— ๐˜๐„๐€๐‘ ๐ƒ๐„๐€๐‹ with option included to also extend until 2033, as The Athletic reports.

๐‘๐Ž๐†๐„๐‘๐’ ๐ˆ๐’ ๐‚๐Ž๐Œ๐ˆ๐๐† ๐“๐Ž ๐’๐“๐€๐Œ๐…๐Ž๐‘๐ƒ ๐๐‘๐ˆ๐ƒ๐†๐„. ๐Ÿฅถ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Addis Ababa