Oromia Construction and Engineering Corporation Athletics Club
Established to give better life condition and scientific training for Oromian farmers athletes an
KilabiinAtileetiksii Hojiiwwan Bishaan Oromiyaa kan hundeeffame, dhaabbilee Obbolaa lamaan hojii ijaarsaa, qo'annoo, qorannoo, dizaayinii fi too'annoo ijaarsa bishaanii irratti bobba'an Intarpiraayzii Hojiiwwan Bishaan Oromiyaa fi Dhaabbata Dizaayinii fi Too'anoo Hojiiwwan Bishaan Oromiyaatiin bara 2009 hundeeffame. Kaayyoon hundeeffama kilabichaa, atileetota otuu dandeettii qabanii deeggarsaa fi
Sirna Simannaa Atileet Yomif Kejelcha
Woooooooooow!!
OCEC-AC Athletes August 23, 2026 International Competition Results.
1. Yomif Kejelcha
Beunus Aeris half marathon
56'51 WR
Silesia Diamond League
2. Gemechu Godana
3000m SC
8'02.24 MR, Pb
3. Marta Alamayo
5000m
4th
14'55.46
OCEC-AC Home of Champions!!
10/08/2026
Shaampiyoonota Horachuuf Guddattoota Irratti Hojjachuun Dirqama!
KA-KKIO Dargaggoota Irratti xiyyeeffachuun Shaampiyoonota Idil Addunyaa Horachuu itti fufee jira.
Waldorgommii Tiraakii
2024 Abdisaa Fayyisaa
Warqee fi Meetii
2026 Sh*ttoo Gumii
Meetii lama
Waldorgommii Atileetiksii Dargaggoota Addunyaa Ameerikaa Yuujiinitti gagggeeffamaa tureen Itoophiyaan Atileetota 16 hirmaachisuun madaaliyaa 6 (W 2, M 3 fi N 1) argchuun waldorgommicha 5ffaan xumurtee jirti.
Atileetiin KA-KKIO Sh*ttoo Gumii addatti fiigicha 5000m fi 3000mn madaaliyaa meetii 2 argamsiisuun 1/3ffaa madaaliyaa Itoophiyaan injifattee argamsiisuun Kilabichaa fi Biyya boonsitee jirti.
Waldorgommii walfakkaataa Bara 2024 Peeruu Liimatti gaggeeffameen Atileet Abdiisaa Fayyisaa ( Abdisaa Fayyisa ) fiigicha 5000m fi 1500mn Itoophiyaaf madaaliyaa Warqee fi Meetii galmeessuun inifannoo dinqii galmeessuun ni yaadatama!
Gufuuwwan Irraan Tarkaanfachaa, Hanqinoota Sirreeffachaa, Rakkoowwan Carraatti Jijjiiraa Oromia Construction Corporation fi Engineering Corporation of Oromia - ECO Shaampiyoonota Horachuun itti fufa .
Baga Gammadne Baga Gammaddan !
09/08/2026
Sh*ttoo Gumii fiigicha 3000m Itoophiyaaf Madaaliyaa Meetii 2ffaa galmeessite.
06/08/2026
Shaampiyoonaa Atileetiksii Dargaggoota Addunyaa Yuujiin Ameerikaatti gaggeeffamaa jiruun Atileetonni KA -KKIO Itoophiyaaf Madaaliyaa Meetii fi Dippiloomaa argamsiisan
Fiigicha 5000m Itoopjiyaa bakka bu'uun kan dorgoman Atileet Sh*ttoo Gumii fi Atileet Immabeet Xilaahuun fiigicha 5000m xumura gaggeeffameen morkii cimaa taasisuun sadarkaa 2ffaa fi 6ffaa bahanii jiru.
Madaaliyaan Atileet Sh*ttoo Gumii galmeessite Itoophiyaaf Madaaliyaa jalqabaa ta'ee galmaa'ee jira.
Baga Gammadne Baga Gammaddan !
!
28/07/2026
OCEC-AC HOME OF CHAMPIONS!
Behind the Success of our Athletes always there are lots of people and group who contributed through multi directions.
One of the most and must counted should be the Couch efforts.
As We have contributed three Athletes to the Ethiopian team representing at World Athletics Junior Championship Eugene 2026, a chance to one Couch is given to our Club.
The Chance goes to Couch Diriba Legese one of our Junior Athletes long distance Coach.
Here's the 4th elected
4. Couch Diriba Legese
Coaching experience 16 years
Working place- Asella Development Center long distance Coach
Dedicated to bringing up new faces of Athletes
Good Luck
Oromia Construction Corporation
Engineering Corporation of Oromia - ECO
28/07/2026
OCEC-AC HOME OF CHAMPIONS!
Three female Athletes and a Coach have qualified for the final entry to World Athletics Junior Championship Eugene 2026 for representing Ethiopia.
The List will be as follows
3.Marta Alamayo
Born. - Western Shewa
Recruited by Oromia Forest and Forest Animal Corporation Athletics Center
Training Place OCEC-AC Sululta Elite Center
Field. - 5000m
Previous Top Records
5km. World Junior records ( subject to ratification)
Two times World Cross Country Junior Championship titles 🏆
Qualified for final entry - Ethiopian Athletics Federation
Good luck
Engineering Corporation of Oromia - ECO
Oromia Construction Corporation
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Website
Address
1696/110