31/08/2026
🟢 Tapha pirimeer liigii Ingilaand torbee 2ffaa amma taphatamaa jiru.
Xummurame
Astoonviilaa 0-1 Arsenaal
⚽️Saakaa 59'
Waa'ee kilaba Keenya Arsenal wal qabatuu hundaa gama page kanaatin argattuu nu hordofaa
31/08/2026
🟢 Tapha pirimeer liigii Ingilaand torbee 2ffaa amma taphatamaa jiru.
Xummurame
Astoonviilaa 0-1 Arsenaal
⚽️Saakaa 59'
Tapha hawwataa miti har'a nama shakkisiisaa qabxii 3n galuun
Boqonnaa
Aston villa 0 vs 0 Arsenaal
31/08/2026
Hiriira Arsenaal Astonviilaa waliin
31/08/2026
❤️💥
Deeggartoota arsenal hundaaf Guyyaa har'àa irraa kaasee Guyyatti follow 1000 takkaa argachuu ni feetuu?
1 ✅ koomantii jalatti " jedhi barreessi
2 ✅ Nama jedhee barreesse Godhii
3 ✅ WALII DEEBBIISA
4✅Anis deeggaraa arsenali 👉🏾 godhaa isiniif deebisaa ❤️
GALATOMMAA ♥️ 🌹🌹
31/08/2026
Oolmaa keessaniif galatoomaa, bakka deemtanitti milkii isiniif hawwina warri jettan like, comment godhaa yaada keessan ibsadhaa
30/08/2026
Galatoomi jedhaan mee Jesus oolmaa nu biraa qabuuf 🥲🥲🥲
30/08/2026
Galatoomi Martineelii, yoomuu onnee keenya keessa jiraatta, nagatti bakka deemtutti milka'ina siif hawwina
30/08/2026
Gaabbii tahuu hin hafu , haala kanaan deemuun kee na gaddisiisa
taphataa bakka isaa bu'uu osoo hin argatin gad dhiisuun dogogoraa guddaadha warra jettan like godhaa