31/07/2026
🤔
Since August 25, 2019
31/07/2026
🤔
31/07/2026
🟢Tervooh Chaaloobaan gara Koomoo imaluuf qarqarara gaheera.
Koomoon jijjiirraa taphataa kanaaf yuroo miliyoona 30 fi bonasi Cheelsiif kan kaffalan ta'a.
Chaalooban koontiraata hanga 2031 turufi mindaa waggaan yuroo miliyoona 3.6 isaaf argamsiisu iratti Koomoo waliin waligalteera gaheera.
31/07/2026
🟢Riyaal Maadriid Venishes Juneer irraa deebii gabaabaa barbaadu.
Riyaal Maadriid yeroo ammaa taphataa kanaaf waligaltee dhumaa jedhan dhiyeessaniiru, Venishees yaada isaa akka isaan beeksisu eegaa jiru.
Veenishes waligaltee kana yoo hin fudhanne Riyaal Maadriid gaafii jijjiirraa dhaggeeffachuuf qophiidha
31/07/2026
🟢Maayhaloo Muudariik himannaa qoricha human onnachiisaa iratti banamee turee irraa ka'un, kubbaa miilaa akka taphatuuf heeyyama argateera.
31/07/2026
🟢Cheelsiin seeroota 74 cabsee argamuu isaan adabbiin qarshii iratti darbeera.
Cheelsiin seeroota cabseef adabbii Pawoondii miliyoona 10 iratti darbeera.
Dabalataan fooddaa jijjiirraa lamaan dhufaniif jijjiirraa taphatootaa akka hin taasifne uggurameera.
Ugguriin kun hojiirra kan oolu hanga waxabajjii 2027 irra deebiin ballessaa yoo raawatan qofa.
Cheelsiin adabbii qabxii jahaa iratti kan darbee ture yoo ta'u, oliyyannoo dhiyeessaniin irraa ka'eera.
Adabbiin qarshii iratti darbes ballessaa yeroo abbaan qabeenyaa Rooman Abrahamovich raawatameen akka ta'e barameera.
Himanni Cheelsii iratti banamee ture amma kan cufame yoo ta'u adabbii qabxii fi jijjiirraa jalaa bahaniiru.
31/07/2026
🟢Feedereshiniin kuubbaa miilaa Eshiiyaas akkamuna CONCACAF fi UEFA yaada haara FFIFA gahee geeba Addunyaa gurguruuf fide akka hin fudhanne barameera.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ Burqaa Ispoortii
30/07/2026
🟢Riyaal Maadriid taphataa sarara fuunduraa Kaarloos Espiy yuroo miliyoon 25 kaffaluun kan dhuunfaa isaanii taasisaniiru.
Taphataan kun kontiraata hanga 2031 Riyaal Maadriid keessa isa tursiisu kan mallatteessu ta'a.
30/07/2026
Saantoos siidaa Neeymaar Juuneerif hojetame ifa godhaniiru.
30/07/2026
Inteer Milaan Joon Stoons fudhachuu isaanii ifa godhaniiru.
30/07/2026
🟢Baayeer Muuniik kilabii Rootchaa Egern waliin taphoota michoomaa taasiseen goolii 76 lakkoofsiseera.
2026 15fi0
2024 14 fi 1
2023 27fi 0
2018 20fi 2
𝐒Burqaa Ispoortiirtiioortii