Football Is Game

Football Is Game

Share

Odeeffannoo Waqtaawaa Saffisaan Waliif Qoodna.

09/08/2026

.
Neeymaar juuner Amajjii bara 2027 Inter miamiitti ni makama jedhamee jira.

08/08/2026

.
😘Taphattoonni Gameeyyiin qaxaleen sarara fuulduraa liiverpuul keessatti hedduu beekkaman sadanuu amma garichaan gargar bahanii jiru.

08/08/2026

.
✍️PSGn jijjiirraa feeraan Toorees guyyoota dhufan muraasatti akka xumuru beeksise. Waliigaltee dhuunfaa xumuruu kan ifoomse psgn baarseloonaa waliin guyyoota dhufan muraasa qofatti jijjiirraa kana ni xumurraa jedhan.

08/08/2026

.
📊 | Taphattoita 4 qofaatu peeppee guardiola jalatti galchiiwwan 100+ Manchester Cityf lakkoofsise:

Erling Haaland — 162
Sergio Aguero — 124
Raheem Sterling — 120
Phil Foden — 110

08/08/2026

.
🔴Taphattoota Riyaal Maadirid 10 Kanneen kaffaltii miindaa olaanaa argatan beektuu? Kunooti.

08/08/2026

.
Tapha michoomaatiin Ferencvaros Galchii 1-2 Real Madridiin Moo'ame tapha kanaan Kaarloos Espiin galchii isaa jalqabaa haala madridiif yemmuu lakkoofsisu bernaardoo siilvaan tapha isaa jalqabaa riyaal maadridiif taphatee jira.

08/08/2026

.
Bernardo Siilvaan Tapha isaa jalqabaa Haala Maadiridiif taphachaa jira.

08/08/2026

.
Feenarbaacheen Naappoolii irraa Roomeeluu lukaakuu mallatteessifachuuf Waliigaltee dhuunfaa irra gahee jira taphatichaa waliin.

08/08/2026

.

➡️Imala jijjiirraa taphataan kun taasiseen eenyu taphataan kun?

08/08/2026

.
↪️Kaarloos Espiin galchii isaa jalqabaa Riyaal Maadridiif tapha michoomaatiin lakkoofsisee jira.

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Website

Address

Sheggar Oromia
Addis Ababa
100122222322422