Ibsa Damiina

Ibsa Damiina

Share

05/08/2026
Photos from Ibsa Damiina's post 03/08/2026

Hardhaa seenaatu dalaagame , kaleessa dhaabbanni Damina Tech plc kenna adda mana barnootaa sadarkaa 1ffaa Bulchiinsa Magaalaa Galaamso akkuuma biyyattu seenaa boonsa hojjacha turef ,school management system maqaa Adde Ikram Xahaa-Bulchiitu Bulchiinsa Godina Harargee Lixaatin sagantaa jalqabsiisa project Csolve digital Library Bulchiinsa Magaala Machaara-Micataatti gaggeeffame irratti kenneefi jira. Kanuma wajjin wal qabatee hardhaa mana barnootaa Hundee qaaman Hoggaantonni Dhabbaata Damiina Tech deemani erga daawwatan booda Bulchinsa Magalaa Galaamso wajjin bakka Kantiiban Magaalaa Galaamso jirutti wal harkaa fudhinsa system kanaa gaggeffameera.

Photos from Ibsa Damiina's post 02/08/2026

🌐📚 Csolve Digital Library — Foundation Stone Laying Ceremony
Har’a Magaalaa Mechaara-Miicataa keessatti, Csolve Digital Library’f dhagaa bu’uraa kaa’uufi fi pirojektii eegalchiisuun guyyaa seenaa qabeessa ta’e kabajneerra.
Sagantaa kana irratti hoggantoonni mootummaa sadarkaa sadarkaan jiraniifii qaamoleen garaagaraa, abbootiin qabeenyaa, hayyoonni, abbootiin amantaa, abbootiin Gadaa fi hawaasni bal’aan hirmaataniiru.
Csolve Digital Library mana kitaabaa qofa osoo hin taane; bu’uura beekumsaa, teknooloojii, kalaqaa, carraa hojii uumuu fi egeree dhaloota keenyaatif kan ooluudha

🙏 Galata addaa Aadde Ikraam Tehaa, Bulchituu Godina Harargee Lixaa; Obbo Awal Abdallaa, Hogganaa Waajjira Barnootaa Godinaa; Obbo Aabbee Amaanoo bulchaa magaalaa Machaaraa-Miicataa, Injiinar Ustaaz Abdurahmaan Hussein; Dr. Ahmadin bakka Bu’aa Oda Bultum University; abbootii amantaa, abbootii Gadaa, hoggantoota mootummaa fi hawaasa bal’aa Magaalaa Machaaraa -Miicataa hundumaaf.
Deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif hedduu galatoomaa. đŸ€
Csolve Digital Library — Building Knowledge, Empowering the Future. đŸŒ±đŸ“–

Photos from Ibsa Damiina's post 02/08/2026

Sagantaaa hojii jalqabsiisuu Library dijitaala csolve magaalaa machaaraa miicataa

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address

Addis Ababa