AFAAN OROMO GOAL SPORT

AFAAN OROMO GOAL SPORT

Share

Odeefannoo Ispoortii Kubbaa Miillaa Kan Biyyootaa Fi Kilabootaa Afaan Oromoon Isiniif Dhiyeessina

13/01/2024

Chelsiin tapha har'a Fulham 1 fi 0n mo'eera, kana jechuun Chelsiin erga onkoloolessa 2022ti yeroo jalqabaaf tapha
PL sadii walitti ansee mo'e

29/10/2023

MANCHUAL DERBY πŸ˜‚πŸ˜‚
EENYUTU MO'A

04/10/2023

Qabxii Champions League bara kanaa

Manchester United : 0
Chelsea : 0
πŸ˜€πŸ˜€πŸ˜€

26/09/2023

Taphoota PL bara kanaan goolii baayyee kanneen galchan

Erling Haaland 8
Manchester United 7
Nottingham Forest 7
Cristal Palace 6
Wolves 6
Fulham 5
Everton 5
Chelsea 5
Bournemouth 5
Sheffield 6
Burnley 4
Luton 3

21/09/2023

MANCHESTER UNITED IN TRAINING DAY VS MANCHESTER UNITED IN MACH DAY πŸ˜‚

20/09/2023

Maguire goolii eeguu jalqabe? πŸ˜‚

20/09/2023

Bara dorgommii kana kubbaan kallattii isaa eeggatee 12 gara ONANAtti dhitaman keessaa 9 itti galaniiru πŸ₯²

16/09/2023

Mohammed Salah PL irratti goolii 62 akka galuuf mijeessee kennuun taphata Africa jalqaba ta'eera

11/09/2023

Taphattoota goolii heedduu biyaa isaanif galchuun sadarkaa 1-10 qabatan.

08/09/2023

Deeggartoonni Arsenal Kai Havartez irraa Deeggartoonni Chelsea Mudryk irraa goolii jalqabaa utuu eegani sila ekeraa ta'ani πŸ˜‚

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address

Addis Ababa