03/07/2026
Portugal 🇵🇹marsaa itti aanutti darbeera✅
03/07/2026
Portugal 🇵🇹marsaa itti aanutti darbeera✅
23/06/2026
morigan Rogers kontiraata waggaa 5n mallatteessuuf dhuunfaan Arsenal waliin walii galeera!👍
23/06/2026
💥Alvarez gaaffii nagadhiisaa gaaffi jettu Athileticof dhiyeessuus jarri garuu gadhiisuuf fedhii hinqaban.
23/06/2026
💥Fedhiin morgan Rogers Arsenal akka ta'e himaamaa jira!
💥keessattuu Rice fi Sakan gurbicha akka amansiisaa jirantu himaamaa jira✅
22/06/2026
💥The Special One akkuma kana dura mana warra mootii keessatti milkii baayyee horate ammas nimilkaawa jettanii yaadduu?moo ni kasaara jettu?
21/06/2026
Walhinfakkatanii?
21/06/2026
sagantaa Gabateewwan Arsenal💥
09/06/2026
Romeron man United n barbaadamaa jira
𝗞𝗨𝗦𝗛 𝗦𝗣𝗢𝗥𝗧𝗦
06/06/2026
isiniif mee eenyuun hiriirsifattu utuu sadanuu kilaba tokko keessa jiraatanii?
05/06/2026
💥kilaboonnii waggaa dhufu kana maaliif akka dorgoman naaf hingalu!
💥geebicha taanan Arsenaltu ChampiyoonsLiigii dabalatee nyaata!
Noni Madueketu gaafa miira ibsannaa London keessatti dheengadda Arsenal fi deeggartoonni karaarra bahan dubbate!
𝗞𝗨𝗦𝗛 𝗦𝗣𝗢𝗥𝗧𝗦 kana akkamiin ilaaltu